Essa Essaa jirtaa

  • Home
  • Essa Essaa jirtaa

Essa Essaa jirtaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Essa Essaa jirtaa, Grocers, .

Nageenya waaressuun, Ijaarsa biyya waloo mirkaneessuuf!*******Nageenyi hirmaannaa qaamolee hundaatiin mirkanaaha. Nageen...
09/04/2025

Nageenya waaressuun, Ijaarsa biyya waloo mirkaneessuuf!
*******
Nageenyi hirmaannaa qaamolee hundaatiin mirkanaaha. Nageenya amansiisaa fi itti fufiinsa qabu mirkanaaeessudhaan misoomaa fi guddina biyyaa dhugoomsuu keessatti dhaabbileen amantaa gahee ol’aanaa ta’e qabu.

Duudhaalee waliin jireenyaa cimaa ta’e dagaagsuu fi hariiroo dhaabbilee amantaa gidduu jiru cimsuudhaan dhaabbileen amantaa utubaa ijaarsa nagaa ta’anii gahee isaanii qixaan akka bahatan goochuun dhimma murteessaadha.

Konfiransiin Nageenyaa biyyoolessaa qopheessuumaa Gumii Dhaabbilee Amantaa Naannoo Oromiyaatiin mata duree “ Gahee Dhaabbilee Amantaa Nageenyaa fi Araaraaf” mata duree jedhuun magaalaa Jimmaatti gaggeeffameera.

Konfiransii kana irratti kan argaman Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa mootummaan nageenya amansiisaa fi itti fufiinsa qabu mirkaneessuudhaan imala badhaadhina biyyaa galmaan gahuuf xiyyeeffannaa ol’aanaadhaan hojjataa jira jedhanii, dhaabbileen amantaa bu’uura nageenyaa waan ta’aniif nagaa waaressuu fi araara labsuudhaan tokkummaa sab-daneessa ta’e mirkaneessuu keessatti gahee adda durummaa bahachuu akka qaban dhaamaniiru.

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Essa Essaa jirtaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Grocery Store?

Share