14/07/2025
Tajaajilli lammummaa cimuun misooma barnootaaf bu’uura jedhame
************
Gaazexaa Bariisaa
Finfinnee: Jireenya dhala namaa keessatti hojiiwwan boqonnaa sammuufi tasgabbii hafuuraa namaaf kennan keessaa hojiin tola ooltummaa isa tokko.
Biyya keenyattis baroota dhiyoo asitti hojiiwwan danuu tajaajila lammummaatiin hojjetamaniin haadholiin hedduun bayyanatanii imimmaan isaan bara baraan dhangalaasaa turan irraa qooreera, daa’imman maatii harka qalleeyyiirraa dhalatanii kafana daaraniifi barumsa barachuu hindandeenye baay’een daara bahanii qubee lakkaa’uu...
https://press.et/oromifa/2025/07/12/tajaajilli-lammummaa-cimuun-misooma-barnootaaf-buuura-jedhame/