Abdulkariim Saadoo

Abdulkariim Saadoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdulkariim Saadoo, Grocers, Mofla.

15/05/2024

Assalaamu❤
Aaleeykum💚
Woraamatullhi💖Wobaraakatu💚ergamaa rabbii irrti saalawata busaa jzk s,,,,,, a,,,,,,,, w

19/12/2023

As wr wb saallu allan nabbiyyin muhammad saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam saallaallahu aleeyhi wossaallam

17/10/2023

Iraan Israa’el akeekkachiifte
Ministirri dhimma alaa Iraan, Israa’el dhorkaa tokko malee Gaazaa Istiriip keessatti tarkaanfii fudhachuun hayyamamuuf hin qabu jechuun sa’aatiiwwan itti aananitti “tarkaanfiin humna diinaa dursanii dhahuu” fudhatamuuf jira jechuun akeekkachiisan.

Guyyoota dhiyoo as Iraan irra deddeebiin waraanni Israa’el-Hamaas baballachuun yaaddoo ta’uu mala jechuun dubbachaa turteetti.

Haata’u malee, yaadni ministira dhimma alaa Iraan ammaa kennan akeekkachiisa cimaa waraanni kun gara waraana naannootti baballachuu agarsiisa jedhe gabaasaan BBC Baha Giddu-galeessaa Huugoo Bacheegaa.

“Yakki waraanaa Israa’el Filisxeem irratti Gaazaa keessatti raawwachaa jirtu hin dhaabbatu taanaan ‘addi diina qolatu’ sa’aatiiwwan dhufan keessatti ‘tarkaanfiin humna diinaa dursanii dhahuu’ fudhatamuuf jira jedhan ministirri dhimma alaa Iraan Huseen Amiirabdollaahiyan.

Qaamni ‘adda diina qolatu’ ykn The “resistance front” jedhamu garee cimaa Libaanos keessaa jiru Iraaniin deegaramu Hizboollaah dabalatee humnoota waloo naannicha keesa jiranidha.

Torban darbe keessa Hizboollaa fi humni waraanaa Israa’el karaa daangaa Israa’el fi Libaanos walitti dhukaasanii ture. Kun ammoo waraana kana keessatti adda biraa uumame ta’uu male jedhamee sodaa uumee ture.

Hizboollaah kan jedhamu kun meeshaa waraanaa guguddaa, misaa’el daangaa Israa’el keessa haleeluu danda’uufi loltoota sirriitti leenji’aniifi muuxannoo waraanaa qaban kumaatamaan lakkaa’aman qaba.

Qaamni ‘adda diina qolatu’ ykn The “resistance front” kun gareewwan Iraan deeggartu Sooriyaa keessa maadheffachuun daangaa Israa’el fi Iraaq irra socho’anis ni hammata.

Biyyoonni Lixaa ammoo Iraan waraana Israa’el-Gaazaa kana akka hin hammeessineef akeekkachiisaniiru.
Dabalataaf ⬇️⬇️
https://bbc.in/46PTvWr

Address

Mofla

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulkariim Saadoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category