I love you

I love you Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from I love you, Grocers, kgjdloo, Sanaa.
(1)

Mee osoo Halkanirra Sa'aa 7 ti Mana keetitti sitti dhufee maal Na Goota Comentii godhi🫣😋
14/02/2026

Mee osoo Halkanirra Sa'aa 7 ti Mana keetitti sitti dhufee maal Na Goota Comentii godhi🫣😋

Sin darbin comenti jala ilaali
14/02/2026

Sin darbin comenti jala ilaali

Wall haa barruu obsen  jedhama like fi follow naaf godhaatii komantii irratti Hi  naan jedhaa isiniif deebisaa
14/02/2026

Wall haa barruu obsen jedhama like fi follow naaf godhaatii komantii irratti Hi naan jedhaa isiniif deebisaa

Jaalalli na qabeera Dhiirti amanamaan kottu nati
13/02/2026

Jaalalli na qabeera
Dhiirti amanamaan kottu nati

dhiirti hin fuudhin qofti na dubbisi
13/02/2026

dhiirti hin fuudhin qofti na dubbisi

Suuraan kun suuraa yaadannooti seenaaf kaadhe gaafan kana ka'e maal yaadeen kee? comment jala naaf ka n nama argate badh...
13/02/2026

Suuraan kun suuraa yaadannooti seenaaf kaadhe gaafan kana ka'e maal yaadeen kee? comment jala naaf ka n nama argate badhaasa qofa

Utuun waa'ee jireenya kiyya yaaduun ka'ee suuraan kun kanaaf suuraa yaadannoo ta'e🤭😍😍

HIIKKAASAATU AKKANA.-------------------------------------------Dhiisi hin dogoggorin..Namatu jira seetee ,Ofii kee hin f...
13/02/2026

HIIKKAASAATU AKKANA.
-------------------------------------------
Dhiisi hin dogoggorin..
Namatu jira seetee ,
Ofii kee hin foggorin..
Daandii keerraa hin gorin..
~
Rakkoon kee rakkina,
Jabaatu harkaa dhaba...
Ati gaarii yaadda,
Balfitee waan dabaa..
~
Garuu..
Namni ati akka gaaritti,
Jettu naman qaba..
Gowwaa ko jabaadhu,
Namichoo abbaa qabaa..
~
Namni sun si miti,
Gabaa kee ilaala..
Jedha " faayidaa koof ,
Isa kamtu caala..?
~
Dhugaan kee si haa furuu,
Jabaadhu namana..
Qorruma uffadhu,
Yoo dhabdes kafana..
Adeemsa zamanaa,
Hiikasaatu akkanaa...!!

Durbaaf Durbummaa qabdi yoo jenne.dhiiraaf ______________jenna🫣😋
12/02/2026

Durbaaf Durbummaa qabdi yoo jenne.
dhiiraaf ______________jenna🫣😋

Bu'aa Ba'i Jiruuf Jireenya keeyssatti Namnooni Tokko Tokko Fira (Ykn) Aante  Fakkaatte Si Miidha Summiin Hamtuun Tan Ati...
12/02/2026

Bu'aa Ba'i Jiruuf Jireenya keeyssatti Namnooni Tokko Tokko Fira (Ykn) Aante Fakkaatte Si Miidha Summiin Hamtuun Tan Ati Firra Hin beeynetu Dafe Si miidhu Danda'a Tan Summi Jatte Beytu Ni Dandamatta Kanaf Fira Keetifi Diina Ke Addan Bafachun Dirqama Addan Bafadhu !!

Callise Hin Janne Wan na qunnamerrahi
Adawwi Ty Wagga Kuma Naf Jiradhu Na Kuffisuufis Waan Dandeeysu Hunda Hojjadhu Garuu Akkan Kaayyo Qabu Hubadhu Galma Kaayyo Ko Gafan Gahe Agarte Garaan Si Gubate Bishan Ittin Gara If qabbaneysitu Ammuma Qopeyfadhu ..!!

Namni lakkofsa kiyya barbaadu Koommentii jalatti naaf barreessaa isiniifin deebisa
11/02/2026

Namni lakkofsa kiyya barbaadu Koommentii jalatti naaf barreessaa isiniifin deebisa

Heerumaan barbaada dheerti onnee qulqulluu kessaan na dubbisi
11/02/2026

Heerumaan barbaada dheerti onnee qulqulluu kessaan na dubbisi

Dubartiin harki caalu rakkina keessatti si wajjiin obsuu irratti jabduu miti, si dhiistee gara biraa deemuu wayyaaf. ✅Ku...
11/02/2026

Dubartiin harki caalu rakkina keessatti si wajjiin obsuu irratti jabduu miti, si dhiistee gara biraa deemuu wayyaaf.

Kuftuus, kaatuus an si dhiisee hin deemu, jabaadhu as keessaa inuma baanaa" yoo siin jatte waa hunda dhabii isii qabadhu.❤️ﮩ٨ـﮩﮩ٨ـ♡ﮩ٨ـﮩﮩ٨ـ

Address

Kgjdloo
Sanaa
123456789@AS

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when I love you posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category