21/03/2024
Aboo waan tokkorratti yeroo yaada kennitan itti yaadaatii Kenna isin zakaa ykn sadaqaa fudhachuu dhabdanis Warra humna hin qabne abbaan irraa wareegame obboleeyyan dhiiraa irraa wareegaman meeqaatamatu waan nyaatu waan Keessa bulan dhabanii diida Keessa deemanii kakamma'uu jiran kanaaf afaan qabadhaatii taa'aa jachaa Raayyaa Abbaamaccaa sanitation kana matasee gurabanii kunii😭😭😭😭😭😭😭😭😭