Geetuu Oromoo maccaa

Geetuu Oromoo maccaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Geetuu Oromoo maccaa, Farmers market, Sabata, `Alem Gena.

17/11/2025

ባለ ግዜ ባንሆንም፣ ግዜዉ የኛ ነው።

29/12/2022

Lammii Biyya Itiyoophiyaa Ta'uun jiraachuu jibbinee miti . garuu NAF ..NYAA waliin jiraachuu mitiitii Gabaa tokko dhaabbachuuyyuu ,nu taaneef dandeenye. nuti garaa ballanna .

OROMIYAAN biyya .❤💚❤

19/12/2022

Anaan Maaltu Na gubee?

Uggum Kubbaa Miilaa!
18/12/2022

Uggum Kubbaa Miilaa!

18/12/2022

Argentina 👌

18/12/2022

Maaluma Isiniif Ta'u Laata ?👌❤💚❤
Utuu isin hin jirree,
silaa yoona FAA..oon wallaggaa raawwattee Iluu geesseetti .

18/12/2022

Hin Danda'u, jechuu Dadhabi.

19/11/2022

Ati nama kaayyoo taanaan Omtuu sitti hin ulfaatu .

Jireenya Keetiif Gatiin Ati baaftu ,Ammauma Kaayyoo keetii ga'a. yoo kaayyoon ykn karoorri  Kee guddaa ta'e, gatiin ati ...
19/11/2022

Jireenya Keetiif Gatiin Ati baaftu ,Ammauma Kaayyoo keetii ga'a.

yoo kaayyoon ykn karoorri Kee guddaa ta'e, gatiin ati baaftus akkasuma cimaaf guddaadha .

yoo kaayyoon ykn karoorri kee xiqqaa ta'emmoo gatiin ati baaftus xiqqoof salphaadha .

Address

Sabata
`Alem Gena
080073

Telephone

0941017692

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Geetuu Oromoo maccaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category