Liigii Dubartoota Aanaa Adaabbaa

Liigii Dubartoota Aanaa Adaabbaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Liigii Dubartoota Aanaa Adaabbaa, Grocers, Adeba, Adaba.

Imala badhaadhinaa milkeessuuf gumaachi dubartootaa ol'aanaadha.Hagayya 14,2016 waajjira Kominikeeshiinii Aanaa Adaabbaa...
20/08/2024

Imala badhaadhinaa milkeessuuf gumaachi dubartootaa ol'aanaadha.

Hagayya 14,2016 waajjira Kominikeeshiinii Aanaa Adaabbaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti Konfiraansiin Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa mata duree "Gaarummaan obboleettummaaf, Ijaarsa dhalootaafi misooma itti fufiinsaaf" jedhuun geggeeffamaa jira.

Mootuummaan fayyadamummaa fi hirmaannaa dubartootaa gama dinagdee,hawasummaa fi siyaasaan cimsuun hojii hojjachaa tureen bu'aan gurguddoo argamaa jiraachuu ibsuun, fayyadamumman dubartootaa gama hundaan eegale kun jabaatee akka itti fufuuf kutannoon hojjachuun barbachisaa ta'uu ibsan ittigaafatamtuun waajjira Dhimma dubartootaaf daa'imman Aanaa Adaabbaa Aadde Yeroom Huseen.

Dubarttoonni utubaa biyyaa keenya diingdeen akka ofi danda'aniif ijaarumsi dubarttoota gubbaa hanga gadiitti cimuu akka qabu akka Ittaanaan bulchaa aanaa Adaabbaa obbo Amaaree Addunyaa

Konfiraansii kana irratti sanadni"Gaarummaan obboleettummaaf, Ijaarsa dhalootaafi misooma itti fufiinsaaf" jedhu dhiyaachaa jira

Aanaa Adaabbaatti dhaabbii biqiltuu Ashaaraa MagariisaaGodina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti dubartoonni hojjattoota moot...
11/07/2024

Aanaa Adaabbaatti dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa

Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti dubartoonni hojjattoota mootummaa dhaadannoo"dubartoonni akkuma dhalootaatti biqiltuu dhaabuufi kunuunsuun badhaadhinna ni dhugoomsina dhaadannoo jedhuun biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban.

Itti-gaafatamtuun dhimma dubartootaa fi daa'immanii Aanaa Adaabbaa Aadde Yeroom Huseen dubartoonni akkuma dhalootaatti biqiltuu dhaabuufi kunuunsuun badhaadhinna dhugoomsuuf gahee isaanii bahachuuf biqiltuuwwan 70,000 dhaabuuf karoorfatanii hojjachaa jiraachuu dubbatan.

Gargaaraa Inispeektar Sa'aadaa Ahmad Ittigaafatamtuu dhimma dubartootaa Waajjira Poolisii Aanaa Adaabbaa, biqiltuuwwan ashaaraa magariisaan dhaabaman hambaa dhalootaatti darbudha. Jijjiirama haala qilleensaas too'achuuf kan kaayyeffame tahuu dubbatan.

Aadde Seenaa Xilahun Ittigaafatamtuu Ligii Dubartootaa Waajjira Paartii Badhaadhinnaa Aanaa Adaabbaa karoora xiiqii dhaabbii ashaaraa magariisaa Muummichi ministeeraa keenya qabatan milkeessuuf ganama subiin ka'anii biqiltuu dhaabuu dubbatanii gara fuunduraattis hojiin kun ciminaan kan hojjatamu tahuu dubbatan

Aanichaatti bara kana ashaaraa magariisaatiin biqiltuuwwan miliyoona 23 ol dhaabamuuf hojjatamaa jira.

Address

Adeba
Adaba

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liigii Dubartoota Aanaa Adaabbaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category