Guyya tokkotti mammaaaksa Oromoo tokko

Guyya tokkotti mammaaaksa Oromoo tokko Afoola oromoo guddisuuf hojjechuu

18/01/2025

"Barri Lafa Hin Ba'u!!!
================
Bar-tokko leenca ta'uu hunduu nama sodaataa
Bar-tokko saree ta'uu danuun nama ifataa
Bar-tokko sa'a ta'uu jabbidhaan fakkeeffamu
Bar-tokko ijoollee ta'uu beenuu kottuuf waamamuu
Bar-tokko gaarii ta'uu hunduu nama jaallataa
Bar-tokko immoo hin jibbamuu xinnoon nama tuffataa
Bar-tokko hameessatu dhalee itittuu nama afeeruu
Bar-tokko homtuu dhibee raafuu maatiif affeeluu
Bar-tokko gola keessaa fudhuu galiif hammaaruu
Bar-tokko immoo dhabanii harka namaa ilaaluu
Barri yoom Lafa ba'aa matumarraa sirriiqaa
Barbaadu urgooftuu dibee barbaades dhoqeen laaqaa
Inni barri itti tolee narra turaaf abdataa
Inni barri itti hammaate narraa ka'ii kadhataa
Kaan hin turaaf abdataa kaan yoom darbaaf dhiphataa
Garuu Barri furgisoo deemaa finqilaachoo taphataa
Eessaan iyyuu haa deemuu, eessaan iyyuu haa dhufuu
Barri utubaa mitii hordamee achitti hin hafuu
Uggum Yaa bara kanaa Uumaa dhaaf safuu safuu!"

13/10/2023

''Kan humnaan lafaa hin kaane, yaadaan sudaanitti nagada.'' 😃

26/09/2023

"Ilmi koo fagoo deema;Ayyaanni garuu qe'ee ganamatti deebisa.

Address

Gimbi
Adama

Telephone

+251910701577

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Guyya tokkotti mammaaaksa Oromoo tokko posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Guyya tokkotti mammaaaksa Oromoo tokko:

Share

Category