Meseret Desta :Fix your eye on Jesus

Meseret Desta :Fix your eye on Jesus On this page I want to write about my savour Jesus Christ.

25/04/2023

“Nuyi obsaa fi jajjabina caaffanni qulqullaa'oon nuuf kennaniin abdii akka argannutti, wanti caaffata qulqullaa'oo keessatti caafaman hundinuu nu barsiisuuf caafaman.”
— Rom. 15:4

07/04/2023

Hoolaa faasikaa keenya yesus!!
Ati ayyaana nun kabajnuu miti;Gooftaa lubbuu keenya,isa du'aa nu kaate;du'aas nu kaaftedha.
Kristos hoolaan faasiikaa keenya aarsaa nuuf ta'eera.”
— 1Qor. 5:7

27/03/2023

John 8
Jesus said to them, "Truly, truly, I say to you, before Abraham was born, I am."

17/03/2023

GAMMACHUUN WAAQAYYO MUCAA ISA TOKKICHATTI FIXAAN BAHE.
Waaqayyon gammachisuun kan danda'amu karaa mucaa isa qofadha;akkumaa jiruutti karaa mucaa isa ofi mul'ise waan ta'eefi.
Kanaaf obboola koo,waan ofi keenya barbannuu fudhannee dhaqnee waaqayyon gammachisuun hin danda'amu.Mucaa isaa isa tokkichaa inni ittin nu jaallaten gara isatti yoo dhiyaanne qofa isa gammaachisu dandeenya.

Yeroo baay'ee wantaa ofi keenya hojjennuun,goonun waaqayyon gammachisuu yaalla;wantii nun isaatti utuu hin amaniin goonu hundumti isa garuu cubbuudha.
Karaa gammachuu guutuu isa nuf kennuu waaqayyootti haa dhiyaannu .
“Namni mamaa waa nyaatu garuu, amantiidhaan waan inni hin fudhatiniif itti in faradama; wanti amantiidhaan hin hojjetamne hundinuu cubbuu dha.”
— Rom. 14:23

14/03/2023

1 John 4:19
We love, because He first loved us.

10/03/2023

NAGAAN WAAQAYYO ISIINIF HAA BAAYYATU!!!
Nagaan inni yesus kennuu nagaa addaadha;nagaa isa biyyaa lafa hin kennine,isa qabeenyi hin kennine.
Nagaan kun isa amantoonni dhagna tokkoo ta'uuf itti waamamanidha.Nagaan kun jireenya keenya keessatti haa mo'u.
“Nagaan Kristos, inni isin dhagna tokko ta'uudhaaf itti waamamtan, garaa keessan keessatti haa mo'u; warra galata galchanis ta'aa!”
— Qol. 3:15

Address

Highway
Adama
MESERETDESTAPAGE

Telephone

+251942051877

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Meseret Desta :Fix your eye on Jesus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Meseret Desta :Fix your eye on Jesus:

Share

Category