23/10/2025
*Jawaar farda sha'abiyaa ta'uu isaa ifatti mul'isaa jira!!
*
Jawaar kan beeku qeequ fi shira xaxuun, dhiiga uummatan daldalaa jiraachaa waan tureef, harka isaa dhiigaa ummataatin laaqameen 'Facebook' isaa irratti soba dhoobaa oola.
Jawaar humnoota diinota Oromoo ta'an wajjiin firoome ergamtuu ta'uu isaa agarsiisee jira; amma immoo akka uummataaf quuqamu fakkaate ummata kakasuuf xaara jira.