Munire Ilma Iluun biqilchite

Munire Ilma Iluun biqilchite Allahumma abalig muraadana yaa zaljalaalii Wal ikraam!!!

29/03/2025

Baga itti geessan

Baga itti geessan
Eida fixiridhatii
Kan dhiiraa fi dhalaa
Muslimtoonni marti

Baga itti geessan
Kaniin ja'uun dura
Warra Rabbiin ja'ee
Haqa qaban sirraa

Abbaa Eid Mubarak
Si geessu ergaan too
Eid Mubarak ummaa
Yaa tiruu kennaa too

Ammaas obbolaa koo
Kan dhiraa fi dhalaa
Kan fagattan narraa
Jiruudhaaf halaalaa

Halaa jireenyatiif
Kan fagaatte qa'ee
Wal agarra Inshallah
Gaafa Rabbiin ja'ee

Bakka jirtanitti
Gammada booharaa
Koflaa taphaa wajjiin
Nagayaan naaf turaa

Warraa baranaa
Kan bara hegeree
Eid mubaarak ja'e
Isin naan hin jettanii ree


Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah Nama Rabbii gargaaree maaltu jela dhabbataa!! I was passed, Alhamdulillah!Our ...
17/02/2025

Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah
Nama Rabbii gargaaree maaltu jela dhabbataa!! I was passed, Alhamdulillah!
Our future is bright 🌞 insha Allah

Aamiin
01/10/2024

Aamiin

Maal seetee--------?
26/08/2024

Maal seetee--------?

SAW
09/08/2024

SAW

06/08/2024

Please critically think
what you say before
Speaking somethings
🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️

06/08/2024

Address

Ethiopia
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Munire Ilma Iluun biqilchite posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category