Africans & Ethiopia AE

Africans & Ethiopia AE Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Africans & Ethiopia AE, Addis abeba, Addis Ababa.

Jaartii tokkotu Baankii dhaqxee qarshii kudhanin(10)baafachuu barbaada jennaan Baankeroonni Harme qarshii kudhan baasuun...
16/09/2025

Jaartii tokkotu Baankii dhaqxee qarshii kudhanin(10)baafachuu barbaada jennaan Baankeroonni Harme qarshii kudhan baasuun hin danda'aamu ittiin jedhan maal akkam jennaan? Seeruma Baankii keenyaatu hin hayyamu jedhan...

Harmeen kunis xiqqoo akka Aaruu ykn mufachuu ta'uudhaan tole qarshii koo hundumaa naa baasaa jette Hojjettoonni Baankii kun(Baankeroonni) gaafa lakk.Herrega qusannoo Harmee kanaa ilaalan qarshii kuma dhibba sadii(300,000)tu irra jira Jarri deebisanii Harme qarshii kana hundas baasii gochuunis hin danda'aamu ittiin jedhan.

Harmeen kun ammas Aaruudhaan tole meeqan baafachuu danda'a jettee gaafattee Jennaan hojjetaan isheen itti dhiyaattee qarshii baafachuu akka barbaaddu gaafatte qarshii 2000-3000 baafachuu dandeessu ittiin jedhe Harmeen kunis tole qarshii 3000 naaf baasi jette Hojjetaan sunis unka fuudhee barreessee qarshii Harmeen kun jette irratti guutee mallatteessisee qarshii 3000 kenneef.

Harmeen kunis qarshii 3000 fudhattee qarshii Abbaa dhibbaa tokko itti kennitee hoo'u kana Abbaa kudhan kudhaniitti naa jijjiiri jette innis tole jedhee qarshii 100 Abbaa kudhan kudhaniitti jijjiiree kenneef Harmeen kunis qarshii Abbaa kudhan kudhanii keessaa tokko Boorsaashee keessa keewwattee qarshii 2990 ho'ugaa kana herrega qusannoo koo irratti naaf galchi jetten jedhan yoo isinitti tole 😍🥰👍😁😁

Sawirada dayax-gacmeedka oo muujinaya heerka burburka xarunta nukliyeerka Natanz
14/06/2025

Sawirada dayax-gacmeedka oo muujinaya heerka burburka xarunta nukliyeerka Natanz

Eid mubarik 💚💚💚💚
07/06/2025

Eid mubarik 💚💚💚💚

Maashaa Allaah Waardiyyoota Diinii islaamaa Sagantaa eebba Haafizoota Qur'aanaa fi barnoota ilmii Islaamaa Magaalaa Jigj...
05/05/2025

Maashaa Allaah
Waardiyyoota Diinii islaamaa
Sagantaa eebba Haafizoota Qur'aanaa fi barnoota ilmii Islaamaa
Magaalaa Jigjigaatti

"ቤቶች ድራማ በአዲስ መንገድ ይመጣል" አርቲስት ጥላሁን ጉግሳላለፉት 12ዓመታት በኢትዮጵያ ቴሌቪዥን በመታየት ላይ የዘለቀው "ቤቶች" ሲትኮም ድራማ 12ተኛ ዓመት እና 500ቶኛ ክፍል መነሻ ...
05/05/2025

"ቤቶች ድራማ በአዲስ መንገድ ይመጣል" አርቲስት ጥላሁን ጉግሳ

ላለፉት 12ዓመታት በኢትዮጵያ ቴሌቪዥን በመታየት ላይ የዘለቀው "ቤቶች" ሲትኮም ድራማ 12ተኛ ዓመት እና 500ቶኛ ክፍል መነሻ አድርጎ መሰንበቻ ከድራማው ደራሲ፣ ዳይሬክተር እና ፕሮዲውሰር አርቲስት ጥላሁን ጉግሳ ጋር ቆይታ አድርጓል።

በድራማው ውስጥ የይበቃል ገፀ ባሕሪን ወክሎ ይጫወት የነበረው የአሸናፊ ማህሌት ከድራማው መውጣት እና የተዋናይት ሰብለ ተፈራ ድንገተኛ ሞት ከፈተናዎቹ መካከል እንደሚጠቀስ አርቲስት ጥላሁን ጉግሳ በቆይታ አንስቷል።

Barsiisaatu barsiisuuf daree seenee yeroo inni daree seenuu haxoftuun inni gabaate ittin haxaawu tokko koornaasi daree i...
04/05/2025

Barsiisaatu barsiisuuf daree seenee yeroo inni daree seenuu haxoftuun inni gabaate ittin haxaawu tokko koornaasi daree irraatti fannifame isaa jiru arga gocha kana enyuu akka godhee baraata daree gafaata nam tokko jecha tokkoyyu(deebi)itti kennuu didan achumaan dhaqee gabaate gurracharraatti qormaata 40 kessaa tarreesse gaffii tokkoof qabxii 3 qaba
.
1.fageenyi Lafaa hangaa haxooftu fannifame meetira meeqa.? qabxii (3)
2.haxooftu kornasitti fannifame fakki isaa kaasa jedhe.qabxi(3)
3.maqaa baraata haxooftu kana fannisee barreesi? qabxii (34) mee waan hubaatte qofaa na ka'ii darbii?

Dirre gara galgaala
30/04/2025

Dirre gara galgaala

Waxa maanta caasimada jijiga lagu xusay, xuska sanad guurada 34aad ee aas-aaska ciidanka booliska
26/04/2025

Waxa maanta caasimada jijiga lagu xusay, xuska sanad guurada 34aad ee aas-aaska ciidanka booliska

Madaxweynaha Soomaaliya Xasan Sheekh Maxamuud ayaa shir la yeeshay ergada Midowga Yurub ee Soomaaliya, kuwaas oo uu kala...
23/04/2025

Madaxweynaha Soomaaliya Xasan Sheekh Maxamuud ayaa shir la yeeshay ergada Midowga Yurub ee Soomaaliya, kuwaas oo uu kala hadlay iskaashiga istiraatijiyadeed ee u dhexeeya Soomaaliya iyo Midowga Yurub.

Madaxweynaha ayaa uga mahadceliyay Midowga Yurub doorkooda muhiimka ah ee dib-u-dhiska hay’adaha dowladda, taageerada nidaamka federaalka iyo garab istaagga shacabka Soomaaliyeed, gaar ahaan xilliyadii adkaa.

Assalaamu'aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh!💖Yaa Rabbi waan gaarii taate musliima fayyadu dandeettu maraayyu nu badha...
23/04/2025

Assalaamu'aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh!
💖Yaa Rabbi waan gaarii taate musliima fayyadu dandeettu maraayyu nu badhaasi hojii garii hunda keessatti bu’aa gaarii nuuf kenni, salphina adunyaa fi azaabaaf Aakhiraa irraa nu oolchi. Yaa Rabbii Muslima taanee jiraachuu, Muslima taanee duhuu, warra qajeeltotaa waliin wol nu dhaqqabsiisi
💔 Aamiin allaahumma Aaamiin👐💖

Sistu yene wud😙😚😄
19/04/2025

Sistu yene wud😙😚😄

Address

Addis Abeba
Addis Ababa
��

Telephone

+251992507271

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Africans & Ethiopia AE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share