Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa

Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa, Grocers, Addis Ababa.

 'EE ...Guddinni teessuma dubartii, dubartiidhaa dubartiitti garaagarummaa yaa qabaatu malee, dubartoonni uumamaan teess...
18/10/2023

'EE ...
Guddinni teessuma dubartii, dubartiidhaa dubartiitti garaagarummaa yaa qabaatu malee, dubartoonni uumamaan teessumni isaanii kan dhiiraa caalaa guddaadha. Guddina teessuma isaanitiif immoo gahee guddaa kan taphatu uumamaan hoormonii istiroojiinii jedhamu waan qabaniifi. Hormooniin kunis coomni akka iddoo kanatti kuufamu godha. Teessumni guddaan dubartootaa baroota dheeraaf mallattoo bareedinaafi hormaataa (symbol of beauty and fertility) jedhamee fudhatamaa ture, ammas jira.
Teessumni dubartii guddaa ta'uun kunis faayidaalee hedduu isaaniif qaba. Isaan keessaa muraasni :-
1. Coomni iddoo kanatti kuufamu cooma iddoo biroo irra fayya qabeessaafi akka cooma iddoo biraa rakkoo hamaa kan hin qabnee dha. Kanaaf, coomni kun rakkoolee akka dhukkuba sukkaaraa, dhibee onnee fi ujummoo dhiigaa ittisuu keessatti gahee guddaa qaba.
2. Dubartootaaf bareedina isaanii ni dabala.
3. Dubartoonni naatoo akka qabaataniif hedduu gargaara.
4. Maashaan iddoo kanatti argamu darbii gamoo irra salphaatti akka bahan gargaara.
5. Beelaaf salphaatti harka akka hin kennine isaan gargaara.
6. Dhukkubbii dugdaa ni ittisa.
7. Yeroo ulfaa fi da'umsaa baay'ee hin rakkatan.
8. Coomni iddoo kanatti kuufamu keemikaala addaa 'omega - 3 fatty acid' jedhamu gahaa waan qabuuf yaadaan, beekumsaafi gahumsa gaarii akka qabaatan isaan gargaara. Akkasumas, gaafa dahanii daa'imman isaanii harma hoosisan keemikaalli kun daa'ima isaanitti waan darbuuf daa'ima sammuu isaanii cimaa ta'e godhachuu danda'u.
9. Dhiira tokko tokkoof akkuma bunaa, alkooliifi nyaata garagaraatti akka si'eessituutti gargaara.
10. Umrii dheeraa akka jiraataniif ni gargaara.
Waan dubbistaniif galatoomaa!

Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa follow godhaa!

Yeroo dhiyootti  hojjii keenya nii egaala!Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa follow goodhu hin dagattinaa!
17/10/2023

Yeroo dhiyootti hojjii keenya nii egaala!
Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa follow goodhu hin dagattinaa!

JACHOOTA JALALAA KESSAA MURASAAkkuma carraa tahee guyyaa tokko akkumaan si bareeniin onnee kootiifi qalbii kootiis saama...
16/10/2023

JACHOOTA JALALAA KESSAA MURASA

Akkuma carraa tahee guyyaa tokko akkumaan si bareeniin onnee kootiifi qalbii kootiis saamame. Qabeenya koo na keessaa badan kana barbaadan sitti dhufe, kiyya dhiifattee keetiin naaf jijjiiruun kee waa jireenya koo dimimmisaa’ee ture haareyatti naaf ibse. Adeemsuma keessa walitti siiqnee, qaamaafi miira keenyaas wal simsiifnee, dhiiga jaalalaa walitti maknee, fiinxeegammachuu jireenya addunyaatiis dhandhame. Guyyaan tokkichi san ammoo jireenyaan osoon sin barin jiraadhu umrii guutuu irra akka naaf caaluun hubadhe. Si baruu koo qofa osoon tahin si jaalachuun kootiis jireenya koo daran miidheysee, keessa koottiis habaaboo gammachuu firfirsuun akka faayamu taasise. Yoom kana qofa! Ati guutumattuu nama guutuu na taasifte.
Follow gochuu hindagaatinaa Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa

Marsaalee fedhii walqunnamtii saalaa( cycles of sexual activity) kanneen ni beektuu?••••••••••••••••••••••••••••••••••••...
15/10/2023

Marsaalee fedhii walqunnamtii saalaa( cycles of sexual activity) kanneen ni beektuu?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Kutaa:1ffaa
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Namni tokko walqunnamtii saalaa yaadee raawwatee hamma xummurutti marsaalee keessa darbu qaba. Marsaalee kanneen beekuun immoo rakkoolee walqunnamtii saalaa qaban adda baafachuu fi furmaata itti laachuuf nama gargaara.

1. Yaaduu (sensation). Kun isteeppii jalqabaa yoo ta'u, namni tokko osoo walqunnamtii saalaa hin raawwatin dura sammuu isaa keessatti hawwii inni qabaatudha. Akkamiittii fi yoom, kallattii kamiin (position) akka raawwachuun itti toluu fi kkf sammuu isaa keessa buusee baasuudha (imagination). Namoonni tokko tokko keessattuu shamarran rakkoo "sensation" kana akka qaban qorannoon ni agarsiisa. Warri rakkoo "sensation" kana qaban, tasumaa waa'ee walqunnamtii saalaa hin yaadan, yoo yaadanis akka hin barbaachifnee fi miidhaa qabuutti of amansiisanii isteeppii itti aanutti osoo hin darbin hafu jechuudha.

2. Kaka'uumsa( arousal). Kun yeroo yaaduurraa gara gochaatti jijjiiruuf qaamni of qopheessudha. Dha'annaan onnee ol ka'uu, ho'inni qaamaa dabaluu, miira keessa galuu fi addunyaa gammachuu dhamdhamachuudha. Yeroo kanatti qaamni saalaa dhaabbachuu, dhangala'aa laaffistuu maddisiisuu, fi buqushaan afuufamuu fi jiidhuudhaan (wettening) of qopheessa. Asirrattis namoonni rakkoo qaban muraasa miti.
3. Fedhii olaanaa(orgasm). Yeroon kun yeroo fedhiin fiixee dhumaa irra gahuudha. Yeroo sagalee guddaan itti dhagahamu(screaming), mi'aaya walqunnamtii saalaa isa olaanaa itti dhandhamnu, walumaa galatti miira ajaa'ibaati. Jireenya walqunnamtii saalaa keessatti wanti nama gaddisiisu inni guddaan marsaa kanarra gahuu hafuu fi wal dhandhamachiisuu dadhabuudha. Akkuma beekamu yeroo hedduu shamarran ariifatanii argasm kanarra hin qaqqaban. Kan sirumaa argitee hin beeknee fi achirra gahuuf yeroo dheeraa itti fudhata rirrigiif sirritti.

Kutaa 2ffaa akkaa isiin bira gahuuf follow gochuun hindagaatinaa
👇👇👇👇
Waliitti fidaa durbaa fi dhiraaa

Waa'ee Wal Quunnamtii Saalaa Waan Beekuu Qabnu Shan:•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••1) Akka qorannoon agars...
14/10/2023

Waa'ee Wal Quunnamtii Saalaa Waan Beekuu Qabnu Shan:
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1) Akka qorannoon agarsiisetti shamarreen tokko kaalsii luka isheetti kaawwattee wal qunnamtii saalaa yoo goote, akka ajaa'ibaatti daftee fedhii ishee baati, Kanas yaaluun gaaridha jechumaafi!

2) Namoonni persantii 60 ta'an yoo jaalallee isaanii faana wal qunnamtii saalaa raawwatan dhukkubbii ykn bowwoo mataa irraa ni fayyu. Namni kana beeku, qoricha bowoo bituu hin xaaru jechuudha, karaalee uummamaan hanga of yaaluutti jechuu kooti.

3) Humni ykn energy'n nuti walqunnamtii saalaa yeroo tokkoof baasnu hanga persentii 60 humna ispoortii ulfaataa hojjachuuf baasnu ni gaha. Kanaafuu ulfaatina garmalee hir'isuuf nu fayyaduu danda'a jechuudha.

4) Kondomiin dafanii fedhii bahuu dhiiraas ta'ee shamarranii irratti dhiibbaa tokkollee akka hin qabne qorannoon ifoomsee jira. Namoonni kondomiidhaan godhuurra itti dhiisuu naaf wayya jettan, kondomiin dhukkuboota daddarboo irraa isin eeguu bira darbeeyyuu walqunnamtii saalaa akka bareechu hubadhaa, yaada keessan jijjiiradhaa jechuu barbaadeni.

5) Yeroo walqunnamtii saalaa goonu miirri dhukkubbii baay'ee xiqqoodha. Fakkeenyaaf, teessoo baayyee nama quuqu irratti, haala yeroo kaan namaaf hin mijanne keessatti walqunnamtii saalaa dhukkubbii tokko malee raawwatu. Bartee warra adii keessatti, yeroo hedduu walqunnamtii humna makate malee shamarri fedhii hin baatu jedhamutu jira. Fknf kabaluu, rifeensa akka malee harkisuu, mimcciiruu, mormashii hudhuu fi kkf. Kana nuti ni balaaleffanna! Hin gorfamu, sababni isaa yeroo sana dhukkubbiin xiqqaa ta'uyyuu, gochi akkasii haala itti isheen shookii keessa galtee lubbuun darbuu maltu uumuu danda'a.
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Waan dubbistaniif 𝑮𝒂𝒍𝒂𝒕𝒐𝒐𝒎𝒂𝒂! Share waliif gochuu dandeessu.

Odeeffannoo keenya yeroo yeroon siinif maxxaansinu argaachuf page keenya Waliitti fidaa durbaa fi dhiraaa follow godhaa!

❤️Mirga Salamuu Dubartootaa========================❤ Dubartoonni akka garaa isaanitti akka salaman mirgi isaani eeggamuu...
14/10/2023

❤️
Mirga Salamuu Dubartootaa
========================
❤ Dubartoonni akka garaa isaanitti akka salaman mirgi isaani eeggamuu qaba.
❤ Dhiirri wali gadi deemee dubartii barbaade yeroo filatee salu kan dubbatu hin jiru, dubartiin garuu dhiiruma lama qofaan waan godhamteef shaarmuxaadha jedhanii maqaa balleessun dhaabbachuu qaba.
❤ Durboochee koo miira keessan hin ukkaamsinaa. Nama maqaa sin balleessuf iddoo hin kenninaa.
❤ Tuffeen argamee jennaan godhamuudha.
❤ Buqushaa keessan banaa nama jala qabaa.
❤ Gammachuun salmaatan argamu kan biraatin hin argamu.
❤ Umurii keessan dargaggummaa itti fayyadamaa, osoo hin heerumne, da'imti osoo hin dhufne addunyaa tana dhamdhamaa.
❤ Saluun kan dhiiraa salamuun kennaa dubaraati itti fayyadami.
❤ Sali, salami, wal salaa, wal gammachiisaa.
❤ Oduu namaatin qaanoftee waan gochuu barbaaddu irraa duubatti hin jedhin.

Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa follow godhaa Irraa baradhaa!

Durbummaa fi durbummaa fudhachuu ykn kennuu👩‍❤️‍👨 Dhiirotaaf(shamarran hin dubbisinaa😀😁) •••••••••••••••Durbummaan (h***...
13/10/2023

Durbummaa fi durbummaa fudhachuu ykn kennuu👩‍❤️‍👨 Dhiirotaaf(shamarran hin dubbisinaa😀😁)
•••••••••••••••
Durbummaan (h***n) tishuu haphii qaama saalaa dubaraa haguugee argamuudha. Wanti akka gogaa ta'ee baayyee haphii ta'e kuni qaawwaa xiqqoo gara keessa buqushaatti geessu qaba. Qaawwi kuni dubartiidhaa dubartiitti garaagarummaa qaba. Akkaataa bal'inaa fi boca uraa inni qabu irratti hundaa'ee durbummaa gosa afurtu jira(⚠️isa yeroo biraan barreessa).

Dubarri takka yeroo jalqaba walqunnamtii saalaa raawwattu, qaawwi durbummaan qabu kuni dhiphoo waan taateef qaama dhiiraa salphumatti hin simatu. Yeroo qaamni dhiiraa itti galuuf jedhu, durbummaan carraa lama qaba. Inni tokkoffaan addaan yaa'uudhaan bal'atee qaama dhiiraa galchuu. Yoo akkas ta'e dhiigni homaayyuu hin mul'atu, garuu xiqqo qaama dhiiraa walitti ni qaba. Yeroo hedduu kan akkas ta'u dubartoota qaawwi durbummaa isaanii bal'aa ta'ee uumamee fi suuta yoo raawwataniidha. Carraa 2 ffaan ammoo tishuun kun kallattii wayiitti cituudhaan qaawwichi bal'achuudha. Yeroo akkasii dhiigni xiqqoodhaa hamma baayyee dhiiguutti mul'achuu danda'a. Dubarri car'aa kana argatte ammoo carroomteetti. Jaalallee isheetiif amanamummaa akka qabduu fi duraan walqunnamtii saalaa akka hin goonetti amanama.

Garuu, dhugaawwan namni hedduun hin hubatintu jira. Isaanis:
✔︎Kallattii biraa ittiin amantu mijeeffadhu malee, shamarri takka hin dhiigneedhaaf durba miti jechuu hin dandeenyu.

✔︎Dubartiin duraan raawwachaa turtemmoo dhiiguu malti, kanas qalbeeffadhu. Sababni dhiiguu ishii kunis, yoo duraan raawwattu nama qaama saalaa qal'aa qabu waliin raawwatte ta'ee gaafa sana addaan yaa'e malee hin citin hafe yoo ta'e, har'a humnaan buqushaan ishii osoo hin qophaayin yoo goote, fi sababa infekshinii buqushaatiif dhiiguu danda'a.

Kanaafuu yaa obboleessoo, wantoonni si shawwadan jiraachuu malu waan ta'ee hubannoo qabaachuun barbaachisaadha. Akkamitti dubartii durbummaa qabdu adda baafanna kan jedhu yeroo biraa waliin ilaalla.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Galatomaa, maxxaansi itti anuu akkaa isiin bira gahuuf page Waliitti fidaa durbaa fi dhiraaa follow godhaa!

Kootaa kana nyaadhaa!Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa
12/10/2023

Kootaa kana nyaadhaa!
Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa

Waliitti fidaa durbaa fi dhiraaFollow gochuun kootaa kessaan nu dubbisaa Single➡️ double
12/10/2023

Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa
Follow gochuun kootaa kessaan nu dubbisaa
Single➡️ double

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waliitti fidaa durbaa fi dhiraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category