Waldaa Amantoota Waangeelaa Kana'aan Burraayyuu

Waldaa Amantoota Waangeelaa Kana'aan Burraayyuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Amantoota Waangeelaa Kana'aan Burraayyuu, Grocers, Burayu, Addis Ababa.

26/03/2026
Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf...
27/08/2025

Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe.

04/07/2025

Gaafa Waaqayyo Amoorota harka Israa'elootaa keessa buuse, Iyaasuun Waaqayyoo wajjin dubbatee utuu Israa'eloonni ilaalanii immoo, "Ati yaa biiftuu nana, Giibe'on gubbaa, atis yaa ji'a nana, dachaa Ayalon irra dhaabadhu!" jedhe.

25/09/2024
Waaqayyo gooftaan biyyoo lafaattii nama tolchee, hafuura jireenya itti godhu funyaan isaatti in baafate; akkasitti namni...
23/07/2024

Waaqayyo gooftaan biyyoo lafaattii nama tolchee, hafuura jireenya itti godhu funyaan isaatti in baafate; akkasitti namni uumama lubbuu qabaatee jiraatu ta'e. Yommus Waaqayyo gooftaan biyya gara ba'a-biiftuu keessaa Eedenitti iddoo dhaabaa tokko in dhaabe; nama isa tolche sanas achi keessa in kaa'e.

Bishaanicha keessaa yommuu ba'an, hafuurri gooftaa Filiphosin butee, fuudhee adeeme. Namichi deebi'ee isa hin argine; ha...
23/07/2024

Bishaanicha keessaa yommuu ba'an, hafuurri gooftaa Filiphosin butee, fuudhee adeeme. Namichi deebi'ee isa hin argine; haa ta'u iyyuu malee, karaa isaa itti fufee gammadaa adeeme.

Filiphos garuu Azoxonitti argamee, biyyicha keessa naanna'ee, mandara hundumaatti wangeela lallabaa mandara Qiisaariyaa dhufe.

ammas anatti dubbatee, "Yaa mucaa namaa! Hafuuratti raajii dubbadhu! Waaqayyo gooftaan, 'Yaa hafuuraa, golee arfanuu kee...
23/07/2024

ammas anatti dubbatee, "Yaa mucaa namaa! Hafuuratti raajii dubbadhu! Waaqayyo gooftaan, 'Yaa hafuuraa, golee arfanuu keessaa kottuu akka jiraataniif warra dhuman kanatti qilleensa'i!' jedha" jedhi! Anis akkuma inni na abboome raajii nan dubbadhe; hafuurris isaanitti in gale, isaanis jiraatoo ta'anii miilla isaaniitiin in dhaabatan; isaan macca baay'ee guddaa turan.

Address

Burayu
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Amantoota Waangeelaa Kana'aan Burraayyuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category