Sabrina Jamal

Sabrina Jamal Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sabrina Jamal, Grocers, Addis Ababa.

Jaalalli humna guddaa addunyaa kana keessatti namoota walitti fiduudha.❣️..
13/06/2026

Jaalalli humna guddaa addunyaa kana keessatti namoota walitti fiduudha.❣️..

Foontu Foonii DhiigaaAlagaan XannachaaFuudha HeerumaanisNumaatuu Wal BareechaaJiruuf jireenya Koo SiituuNaa dagalchaa.Sa...
13/06/2026

Foontu Foonii Dhiigaa
Alagaan Xannachaa
Fuudha Heerumaanis
Numaatuu Wal Bareechaa
Jiruuf jireenya Koo Siituu
Naa dagalchaa.
Sabbootuu Si wajjiin
Ayaatoo Biqilchaa.

Biyyaa lafa kana keessatti Namoonni miidhama jiraatan gosa 4tti jira1, Namoota namaaf yaadan.2, Namoota garaa Namaaf laa...
12/06/2026

Biyyaa lafa kana keessatti Namoonni miidhama jiraatan gosa 4tti jira

1, Namoota namaaf yaadan.

2, Namoota garaa Namaaf laafan.

3, Namoota Amanan.

4, Namoota nama jaalattan.

An ofirratti Arge😌

Hirribni Na hin qabuu Gadumaan ciisaa.mikooluma Godhii. Siifiin Deebiisaa.!
08/06/2026

Hirribni Na hin qabuu Gadumaan ciisaa.
mikooluma Godhii. Siifiin Deebiisaa.!

Yoo jaalalaan qabamte Imimmaniif illee qophaa'i Imimmaan kennaa jaalalaa isa dhumaa waan ta'eef..
08/06/2026

Yoo jaalalaan qabamte Imimmaniif illee qophaa'i Imimmaan kennaa jaalalaa isa dhumaa waan ta'eef..

Qawwee qabatanii yeroo barbaachisaaTa'etti dhukaasuu dhabuun qawwee Qabaachuu dhabuu wajjin Garaagarummaa hin qabu      ...
08/06/2026

Qawwee qabatanii yeroo barbaachisaa
Ta'etti dhukaasuu dhabuun qawwee
Qabaachuu dhabuu wajjin
Garaagarummaa hin qabu
👌🤝👌
Dhimichii wayee Qawwee mitii......................ttii malee✌️🤌

Soddaa Keenyaa JaallatamaafiiKabajamaa Yaada irraa kennuun dhorkaadha Safuudha Harargee tiyyaa.!
08/06/2026

Soddaa Keenyaa Jaallatamaafii
Kabajamaa Yaada irraa kennuun
dhorkaadha Safuudha Harargee tiyyaa.!

Dhiirti An Bareedadha Jettu Suuraa Keetii fi Lakk bilb. Commenti jala naaf kaayi.
08/06/2026

Dhiirti An Bareedadha Jettu Suuraa Keetii fi Lakk bilb. Commenti jala naaf kaayi.

tun tanuma❤️🙏🏽
07/05/2026

tun tanuma❤️🙏🏽

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabrina Jamal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category