Ahmed Gumma Warra

Ahmed Gumma Warra كن رجلا إن أتو بعده يقولون مر وهاذا الأثر❣️


(M2ET)

10/09/2026

tiyya bakka jirtuu walitti iyyii lallabi, .

Dabtarri kun waraqaa meeqa?
07/09/2026

Dabtarri kun waraqaa meeqa?

"Ani Caalaa ilmaan Aadam, Boonaaf hin jenne" jedhan Nabi Muhammad SallaAllaahu Aleeyhi Wasallam
04/09/2026

"Ani Caalaa ilmaan Aadam, Boonaaf hin jenne" jedhan Nabi Muhammad SallaAllaahu Aleeyhi Wasallam

Hospitaalli Adaamaa Siidaan Yaadannoo Hayyuu Oromoo Kabiir Huseen ta'uu qaba malee kan Caalbaasiin gurguramuu miti. Kun ...
01/09/2026

Hospitaalli Adaamaa Siidaan Yaadannoo Hayyuu Oromoo Kabiir Huseen ta'uu qaba malee kan Caalbaasiin gurguramuu miti. Kun caba Dhachaa hedduu Cabuu qofa osoo hin taane caccabuu😭 dha.

- “የመንግስትን የልማት ስራዎች ማድነቅ እንዳለ ሆኖ፤ እንደ ‘ #ነብይ’ እና ‘ #ወልይ’ ያሉ ጥልቅ እምነታዊ ፅንሰ-ሀሳቦችንና መንፈሳዊ ማዕረጎችን ለፖለቲካ ውዳሴ መጠቀም ፈጽሞ ተገቢ አይ...
01/09/2026

- “የመንግስትን የልማት ስራዎች ማድነቅ እንዳለ ሆኖ፤ እንደ ‘ #ነብይ’ እና ‘ #ወልይ’ ያሉ ጥልቅ እምነታዊ ፅንሰ-ሀሳቦችንና መንፈሳዊ ማዕረጎችን ለፖለቲካ ውዳሴ መጠቀም ፈጽሞ ተገቢ አይደለም።”
••• !
ኡስታዝ አህመዲን ጀበል

01/09/2026

Namoonni tokko tokko Mataan isaayyuu . Rabbiin beekaa fi Beekumsa nu bira haa tursiisu. Nullee warra seenaa dabarfatee warri boodaa Taariikha keenyarraa baratu nu haa godhu.

Masjiidni guddaan kun Arsii Gadab, Dodolatti argama. Rabbi bakkaan haa gahu
29/08/2026

Masjiidni guddaan kun Arsii Gadab, Dodolatti argama. Rabbi bakkaan haa gahu

Dur Aangawaa cimaa Mootummaa ture. PHD ykn Dr.  qabas. Koolgaltummaa argatee biyya Ambaatti Hojii Konkolaataa Dhiquu dal...
26/08/2026

Dur Aangawaa cimaa Mootummaa ture. PHD ykn Dr. qabas. Koolgaltummaa argatee biyya Ambaatti Hojii Konkolaataa Dhiquu dalaga.

Waan Fafaa kan silaa irraa baratamu ittiin qoosamaa jiraachuu agarre🤔

Address

Addis Ababa

Telephone

+251928072810

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmed Gumma Warra posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share