Jitu oromiya

Jitu oromiya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jitu oromiya, Grocers, Finfinne, Addis Ababa.

11/11/2023
11/11/2023
11/11/2023
11/11/2023
11/11/2023
11/11/2023

Biyya badhaate, kan lammii hundaaf taatu fi namni hundi bilisaan kan wal-qixa keessa jiraatu ijaarra!

Kaayyoo fi duudhaan Paartii Badhaadhinaa bu’ura cimaa waliin jireenya saboota, sabllammootaafi uummattoota jidduu barootaf turan jabeessuu, hanqinaalee turan sirreessudhaan biyya keenya gara boqonnaa haaraa badhaadhina hunda galeessa mirkaneessuu danda’utti ceesisuudha.

Paartiin Badhaadhinaa ilaalama kana qabatamaan hojiitti hiikudhaaf yaadama fiixee lamaan irra jiran caalaa yaadama sarara giddu galeessaa, bu’aa waliigaltee irratti xiyyeeffatee, ilaalcha maxxantummaa fi hirkatummaa irraa bilisa ta’e, rakkoolee akka biyyaatti turan qabatamaan hiikuu danda’uu fi fayyadamummaa uummataa mirkaneessu filata.

Paartiin Badhaadhinaa “biyyi keenya Itoophiyaan hunda keenyaaf gahaadha”, amantaa jedhu qabatee, ilaalcha hiyyummaa irra aanuun biyya badhaate kan lammii hundaaf taatu fi namni hundi bilisaan kan wal-qixa keessa jiraatuu uumuuf hojjata.

Address

Finfinne
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jitu oromiya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category