Lagaa saqaata

Lagaa saqaata Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lagaa saqaata, Grocers, Ciro, Addis Ababa.

04/06/2025

Barsiisummaan Bu’uura Ijaarsa Biyyaafi Hangafa Ogummaa Hundaati!
= = =
Ijaarsa biyyaa itti fufinsa qabuufi ce’umsa hunda galeessa ta’e milkeessuuf barnoonni bakka olaanaa qaba. Barnoonni madda beekkumsaa, dandeettiifi ogummaa waan ta’eef jijjiirama diinagdee, hawaasummaafi siyaasaa milkeessuufis ta’ee gabaa addunyaa keessatti badhaadhina milkeessuuf murteessaadha.

Akka hayyoonni addunyaa tokko tokko jedhanitti barnoonni meeshaa waraanaa humna guddaa qabuufi ce’uumsa addunyaatif paaspoortii imala jijjiirama dhalootaa akka ta’e kan ibsamuudha. Kanarra ka’uun adeemsa imala jijjiiramaa keessatti dhaloota gara fuulduraatti tarkaanfachiisuuf boru kan warra har’a itti qophaa’ee barateefi hojjetee waan ta’eef, har’a keenyaan boruu dhalootaa ijaaruun hundaa ol murteessaa waan ta'eef xiyyeeffannoon irratti hojjetamaa jira.

“Falaasamni kutaa mana barumsaa dhaloota tokko keessatti, falaasama mootummaa isa itti aanutti” jechuun kan dubbate Abrahaam Liinkan, yoo ta’u, “Barnoonni meeshaa waraanaa humna guddaa qabuufi addunyaa jijjiiruuf itti fayyadamuu dandeessudha kan jedhe ammoo Nelson Maandeellaadha.

Kanaaf barnoonni humna guddaa qabuun addunyaa kana bakka jireenyaa gaarii taasisuufis ta’e fayyadamuuf meeshaa jabaadha. Yaadamaa, akeekaafi faalasamaa jijjiirama addunyaan itti dhimma bahaa jirtu keessaa barnoota, saayinsiifi teeknoloojiin babal’isuun galma yaadame gahuuf qoodni barsiisaa guddaadha.

Barsiisaan hojii dhaloota qaruu irratti bobba'uun ogummaasaan dhaloonni jijjiirama addunyaa keessatti akka qooda fudhatan taasisuun sochiin diinagdee, hawaasummaafi siyaasaa akka milka’uuf kan hojjetuudha. Akkasumas ergama guddaa dhalootaan itti kennameefi dirqama ogummaa isaa bahachuun ijaarsa biyyaa gama hundaan dhugoomsuufi biyya hundaaf taatu ijaaruun dhaloota dhaalchisuu keessatti gahee bakka bu’ummaa hin qabne bahachaa kan tureefi ammas bahachaa kan jiruudha.

Mootummaan naannoo Oromiyaas hojii gama kanaan hojjechaa jiruun qulqullina barnootaa fooyyessuuf qorannoofi qu'annoon deeggaramuun dhaloota qaamaafi sammuun gahoome harachuufi dandeettii gahuumsa barsiisotaafi barattootaa cimsuun biyya jabduu hundaaf taatu hundaan ijaaruuf kallattii hundaan xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jira.BKO

04/06/2025
04/06/2025

ጊዜው ያለፈበት ወይም expired ያደረገ የፖለቲካ አካሄድ የሚከተለው ልደቱ አያለው አሁንም የመጨረሻ እድሌን ልጠቀም ብሎ ብሎ የበይነ መረብ ሰልፍ ጠርቷል አሉ። የሰልፉ አላማ ደግሞ በሽግግር መንግስት ሰበብ ወደ ስልጣን እዲወጣ እንድረዳው ፈልገው ነው አሉ🤣 ዘመኑን ያልዋጀው የልደቱ አያለው የሽግግር መንግስት ነጠላ ዜማ ጊዜውን የማይመጥን የነተበ ሀሳብ መሆኑን ብዙዎች ይስማሙበታል።

04/06/2025
03/06/2025

Baajatni Naannoo Oromiyaa bara 2018 adeemsa irratti osoo hin taane hojii bu’aa argamsiisu irratti xiyyeeffachuun akka ramadamu Hogganaan Biiroo Maallaqa Orom...

03/06/2025

የገጠር ኮሪደር ልማት ሀገርን የመለወጥ ሰፊ ራዕይ የተሰነቀበት ሀገራዊ ውጥን ነው።

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)
በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልል ከንባታ ዞን አዲሎ ዙሪያ ወረዳ ሀሚዶ ቀበሌ የገጠር ኮሪደር ልማትን ሲያስጀምሩ ከተናገሩት የተወሰደ

03/06/2025

Address

Ciro
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lagaa saqaata posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category