Qeeroo Karra finfinee shanaan & 5

Qeeroo Karra finfinee  shanaan & 5 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qeeroo Karra finfinee shanaan & 5, Grocers, Finfinee, Addis Ababa.

11/03/2024
Shaggar keesatti   Dargaagoon gumat caffee tuma kan jedhaamaan  hojii gurgudaa dandii dargaggoo birattifile Fakkeenyaa t...
14/12/2023

Shaggar keesatti Dargaagoon gumat caffee tuma kan jedhaamaan hojii gurgudaa dandii dargaggoo birattifile Fakkeenyaa ta'uu danda'uu irraa akka jirraan akka ta'ee Nii beekaama hàa ta'uu malee qamni ilaalaatuu hundii degarsaa isaan barbaachisuu hundaa akka gootaanif maqaa Qeeroon Karra finfinee shaanaanin isiin gaaffana orommiyaan hàa misomtuu

Yaa ummataa Oromoo komiin qaba  Kondomiinemiin walakkan isàa qofti kaafamee siinif dhiyaatee kun qoyeedha laftii kan Oro...
14/12/2023

Yaa ummataa Oromoo komiin qaba
Kondomiinemiin walakkan isàa qofti kaafamee siinif dhiyaatee kun qoyeedha laftii kan Oromootti kan buqayee tulaama kun ta'ee osoo jiruu qeeroon Oromoo itti du'ee itti cabee akka hin taanee taanee orommiyaa jaalaa oluun Nii beekaama garuu abbaan dhugaa abbaan jijiraama qeeroon mana dhabee hojii dhabee Alaa bulaa jiraa akkumaa beekamuu kondoominemii kana keesaa kan xumuramee yoo ta'ee sabaa biroof kenama kan hin xumuramee Yoo ta'ee harreetuu keesatti hidhamaa kun maaf ta'aa yoo qeeroon Oromoo gatti isàa maluu yoo argatee maal ta'aa Yaa mootumaa oromoo

Itiyoophiyaan caacabuufi jirtii gaafa jedhaan namootaa hundàaf hin galuu kun imoo  fakkeenyaa ta'uu dandaa'a jeneeti isi...
14/12/2023

Itiyoophiyaan caacabuufi jirtii gaafa jedhaan namootaa hundàaf hin galuu kun imoo fakkeenyaa ta'uu dandaa'a jeneeti isiinif dhiyeesiinee
Egaa kan hodhuu danda'uu Qeeroodha yeroo jenuu imoo qeeroon biyyaa tanaa deebisee hodhuuf dursaa qeeroon sagalee dhamsee damaquu, ijaaramuu fi Waal tumsuu qaba, itiyoo hàa hodhiinuu

Address

Finfinee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeeroo Karra finfinee shanaan & 5 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category