Sigomoo dhaaf daandiin konkolaata haagalu

Sigomoo dhaaf daandiin konkolaata haagalu Ummatni Sigimoo gibira olaanaa kaffala
Jireenya gad-aanaa jiraata
Ummatni kun birmannaa barbaada sagaleen isaa hadhaga'amu.☝️

♥️
08/10/2025

♥️

Aaamiin
04/09/2025

Aaamiin

💛
04/09/2025

💛

Aaaaamiiin
04/09/2025

Aaaaamiiin

25/08/2025

Page kun maqaa Sigomoo jedhu kanaan wanti banamef maqaa kanan guddate mullatee yo sagale ummatichaf ta'e jenneeti follow godha

RASUULA KEENYARRATTI SALAWAATA HAA BUUSNU •••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Salawaata heddummeessuu...
23/08/2025

RASUULA KEENYARRATTI SALAWAATA HAA BUUSNU
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Salawaata heddummeessuun jaalala Rasuulaa arkatan, sadarkaa dabalatan, Shafa’aa Rasuulaa arkatan.

• Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam akkana ja’an “ Nama Salawaata Tokko Narratti Buuse, Rabbiin Salawaata Kudhan Isarratti Buusa.

• Salawaanni Nuti arra Rasuula Keenyarratti buusnu qabrii keessatti Rasuula Keenya Gaha. arabaan Jecha kanaa Hadiisa Rasuula Rabbiiti. “ Salawaata Baayyisaa narratti buusaa, Salawaanni isin narratti buuftan qabritti na geeysi”. Yeroo Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi Wasallam akkana ja’an Sahaabtichi tokko, Yaa Rasuula Rabbii, isin Qabrii keessatti Nyaadhamtanii dhumtanii akkamitti salawaanni Nuti sirratti buufnu qabrii keessatti isin gaha jechuun gaafatan. Yeroo kana Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam akkana jechuun deebisaniif. “ Bar Rabbiin Qaama Ambiyootaa Biyyeen akka hin nyaanne haraam irratti godhe” ja’aniin.

Kanaaf Yaa obboleeyyan kiyya Yeroo hunda Rasuula Keenyarratti Salawaata buusuu haa baayyisnu.

Rabbiin Sawaaba Salawaanni Qabu Nuuf Haa Katabu

Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa

Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

😁
23/08/2025

😁

Youtuber fi dhiibbaa uumaa midiyaalee hawaasummaa, Ameerikaa IShowSpeed namni hedduun hinuma beeka.  Fandii Gargaarsa Fa...
23/08/2025

Youtuber fi dhiibbaa uumaa midiyaalee hawaasummaa, Ameerikaa IShowSpeed namni hedduun hinuma beeka. Fandii Gargaarsa Fa🇵🇸iif doolaara kuma 50 arjoome
Source: Dr Muhammad Salah

21/08/2025

Halkan juma'aa kana salawaataan barachinaa kottaa warri rasuula(s.a.w)jaallattanu
Sallallaahu aleeyhii wasallam💙

💙
21/08/2025

💙

Address

Aggaaroo
Agaro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sigomoo dhaaf daandiin konkolaata haagalu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category