Tølî Ñåf

Tølî Ñåf I was born in Goro Sole. I live now in Ambo. I am Oromo ❤️💚❤️
I will be pharmacist.!

20/12/2023

Dhukkubbii mataa( Bowwoo)/ Headache😩

Part 1

Dhukkubbiin mataa dhukuba(pain) yeroo kutaan sammuu keessa fi kan sammuun alaa , irraa ka'uun nutti dhagahamudha!
Kunis
1) primary headache[ dhukkuba biraa waliin kan walhin qabanne)
2) secondary headache( kan dhuqquba biraa waliin walqabtu jedhamanii bakka 2 tti qoodamu.

Akkasuma primary headache bakka garagaraati hiramu( migraine, tension type,cluster headache, fi mixed ykn kam wal-makaa ta'uu danda'a.

Dhukkubbii mataa isaan kun balaa hamaa geessisuu dhisuu danda'u ta'a, garuu dhukkubiin mataa kan dhukkuboota biraa waliin walqabatu, kan akka ,strookii,(stoke), menigitis/ infekshinii sammuu, sammuu keessatti dhiiguu( subarachinoid hemorrhage...fi kan kana fakkaatan yoo ta'e yaaliin hatattamaa ni barbaachisa.

Mallattoolee armaan gadii yoo of irratti ni arga ta'e hatattamaan mana yaalaa deemuun ni barbaadlchisa.
(Headache Red flags)
- dhaqna gubaa
-Akka tasaa yoo eegale
- umurii waggaa 50 ol yoo ta'e
-iddoo gaafa jijiiran yoo hammata ta'e
-yoo yeroo ulfaa sin mudate
-balaan erga sin mudatee kan dhufu yoo ta'e ( kan akka rukuchaa mataa)
-dhukuuboota akka biroo kan akka cancer faa'aa yalamtanii beektu yoo ta'e
- kutaan qaama socho'uu dida yoo ta'e,
- milikitta akka nama gaggabdoo ni agarsiisa yoo ta'e
-Akkasumas namoota dhukkuba HIV walin jiraatan ...

Mallattooleen armaan olii ni jiru taanaan kan yeroo namaaf kin kennine waan ta'eef , gara ogeessa yaala sinitti dhiihoo jiru deemtanii ilaalamuun baay'ee gaariidha!🏃🏃🏃🏃🏃

🙏🙏Kutaa 2ffaan .......

"Bara hin beeknu.!Mara hin jennuu.! "
19/12/2023

"Bara hin beeknu.!
Mara hin jennuu.! "

Address

@ambo
Ambo

Telephone

+251924518261

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tølî Ñåf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category