Oro Media

Oro Media Waaqii kiyya naaf gahaadha.

 !!...Muummichi Ministeeraa keenya Dr Abiy Ahmed Ali  Badhaasa Namoota ciccimoo Afirkaa  " " Injifannoon argatan.  Baga ...
12/06/2026

!!...
Muummichi Ministeeraa keenya Dr Abiy Ahmed Ali Badhaasa Namoota ciccimoo Afirkaa " " Injifannoon argatan. Baga gammaddan baga gammanne😍😍💪💪

TUULAMNI JILA QABA!Gadaan Quufaf gabbinna Gadaan Tuulamaa Meelbaa bara Gadaa isaa waggaa saddeet guutuun har'a  milkiin ...
12/06/2026

TUULAMNI JILA QABA!Gadaan Quufaf gabbinna

Gadaan Tuulamaa Meelbaa bara Gadaa isaa waggaa saddeet guutuun har'a milkiin goodanee , Alangeetti Gadaa Muudanaatti dabarsuuf qophii xumuraa irra ga'eera.

Tuulamni Sadeen; Bachoo, Daaccii fi Jiilleen jechuun:

"Hayyee Waaq! Hayyee Waaq!
Gurraacha garaa garbaa,
Tokkicha maqaa dhibbaa,
Leemmoo garaa Taliilaa,
Nagaan Gadaa nuuf milkeessi!"
jedhanii Waaq isaanii kadhachaa jiru.

Har'a ilmaan Tuulamaa miliyoonaan lakkaa'aman lafa seena-qabeessa Ulfoo Dhakaa Koraa irratti wal ga'anii, Gadaa nagaan wal harkaa fuudhanii walitti dabarsuuf qophaa'aniiru.

Barri roobaa haa ta'u, barri nagayaa haa ta'u, Gadaan keenya quufaa fi gabbinaan haa guutamu.

Gadaan tokkummaa Oromoo ti.
Gadaan nagaa labsa ,
Gadaan aadaa walqixxummaa ti.

🌿 Milkeessi Waaq! 🌿 Gadaan quufaa gabbina! 🌿 Tuulamni Jila Qaba!
MediaGãdããn Gààddísã ÔrômôôtíGadaa Quufaa Gabbinna

Nageenyi keenya dinagdee keenyaaf bu’uura cimaadha. Nageenyi yeroo jiraatu Lammiileen sodaa malee hojii isaanii irratti ...
12/06/2026

Nageenyi keenya dinagdee keenyaaf bu’uura cimaadha. Nageenyi yeroo jiraatu Lammiileen sodaa malee hojii isaanii irratti xiyyeeffatanii galii isaanii ni dabalu, mootummaa fi hawaasni immoo hojii misoomaa saffisaan ni raawwatu. Kanaaf nageenya eeguu fi cimsuun guddinaa fi badhaadhina dinagdee biyya keenyaatiif murteessaadha.

12/06/2026

Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Ebisa Teshome, Ilmaa Sabbaaf Qaabssa'e

12/06/2026
12/06/2026

Saayyee loon Booranaa ��

  Dachee Hawwata Turiziimiin Waaqii badhaase. Kominikeeshini Aanaa Dilloo
10/06/2026


Dachee Hawwata Turiziimiin Waaqii badhaase.

Kominikeeshini Aanaa Dilloo

10/06/2026
08/06/2026

Gochi tibbana Godina Arsii Aanaa Asakootti raawwate, gocha finxaaleyyiin raawwatame waan ta’eef bakka nu hin bu'u jedhan jiraattonni aanichaa.

Address

Dilo, Oromia
Awassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share