Qabri jole football club

Qabri jole football club Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qabri jole football club, Grocers, Dire dawa, Dire Dawa.

22/05/2024
Qabri jole vammmmmooooooooossssss
16/05/2024

Qabri jole vammmmmooooooooossssss

πŸ‘πŸ‘πŸ‘
03/03/2024

πŸ‘πŸ‘πŸ‘

Ji’oota lamaan dabre leenjisaa kilabii keenyaa tahuun tajaajilaa kan ture Yawaaalaasheet Gabree (Akaakaa) carraa Poolisa Dirree Dhawaa argachuun kilaba keenya waliin gargar bahee jira.

Akaakaan leenjisaa kilaboota garagaraa leenjisuun muuxannoo horachaa jiru yoo tahu kilabbii keenya leenjisuuf waliigaluus carraa liigii biyooeelysaa leenjisuuf arkateen wal qabatee waliigalteen gargar bahee jira.

Kilabiin keenyaas leenjisaa Akaakaaf bara hojii gaarii carraa gaarii hawwa.

α‰£αˆˆα‰α‰΅ αˆαˆˆα‰΅ α‹ˆαˆ«α‰Άα‰½ α‹¨αŠ­αˆˆα‰£α‰½αŠ• አሰልጣኝ α‰ αˆ˜αˆ†αŠ• αˆ²α‹«αŒˆαˆˆαŒαˆ α‹¨αŠα‰ αˆ¨α‹ α‹¨α‹‹αˆ‹αˆΌα‰΅ ገα‰₯ሬ (አካካ) α‹΅αˆ¨α‹³α‹‹ α–αˆŠαˆ° αˆˆαˆ›αˆ°αˆαŒ αŠ• α‰£αŒˆαŠ˜α‹ αŠ₯α‹΅αˆ αˆ˜αˆ αˆ¨α‰΅ αŠ¨αŠ­αˆˆα‰£α‰½αŠ• αŒ‹αˆ­ α‰ αˆ΅αˆαˆαŠα‰΅ α‰°αˆˆα‹«α‹­α‰·αˆα‘α‘

አካካ α‹¨α‰°αˆˆα‹«α‹© α‹¨αŠ αˆ΅α‰°α‹³α‹°αˆ«α‰½αŠ• αŠ­αˆˆα‰¦α‰½ α‰ αˆ›αˆ°αˆαŒ αŠ• αˆαˆα‹±αŠ• αŠ₯α‹«α‹³α‰ αˆ¨ α‹¨αˆšαŒˆαŠ አሰልጣኝ αˆ²αˆ†αŠ• α‰₯αˆ”αˆ«α‹Š ሊግ αˆˆαˆ›αˆ°αˆαŒ αŠ• α‰£αŒˆαŠ˜α‹ αŠ₯α‹΅αˆ αˆαŠ­αŠ•α‹«α‰΅ αŠ¨αŠ¨αˆˆα‰£α‰½αŠ• αŒ‹αˆ­ αˆŠαˆˆα‹«α‹­ α‰½αˆαˆα‘α‘

αŠ­αˆˆα‰£α‰½αŠ•αˆ ለአሰልጣኝ α‹¨α‹‹αˆ‹αˆΌα‰΅ ገα‰₯ሬ α‰ αˆ„α‹°α‰ α‰΅ αˆαˆ‰ αˆ˜αˆαŠ«αˆ™αŠ• αŠ₯αŠ•α‹²αŒˆαŒ₯αˆ˜α‹ α‹­αˆ˜αŠ›αˆα‘α‘

20/02/2024

Ji'oota lamaan dabre qophii godhaa kan jiru kilabiin Qabrijoole tapha michumaa (friendly match) kilabii Kaziiraa wajiin guyyaa boruu Guraandhala 13/2016 Yokaan February 21/2024 G.C Diree Baaburaati ganama sa'a 2:30 kan taphatu taha jooleen gandaa tapha kana dhuftani akka daawatan afeeramtani jirtan.

22/01/2024

Abaan Kaampaanii Jalo General Trading dargaggoo Anwariis qarshii Kuma 10 nuuf gumaache jira guda galatoomi jenan .

Baka irraa baase ta inni quba hin qabneen Rabbi bakka haa buusuuf.

22/01/2024

Obboleeysi keenya Adil Alitiis nuti yoo wal cinaa yoo dhaabane abba feene caala jechuun Onnatee Yuuroo 100 qarshii Ethiopia 10900 nuuf gumaachee jira. heduu galatoomi jenaan obboleeysa keenya Adilo.

Baka irraa baase ta inni quba hin qabneen Rabbi bakka haa buusuuf.

Address

Dire Dawa
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qabri jole football club posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category