Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Aanaa Aqaaqii

Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Aanaa Aqaaqii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Aanaa Aqaaqii, Grocers, Dukem.

 /ra PSMQN Bulchiinsa Magaalaa Shaggar. Gaarii Hundaa Keessaniif haa ta'u!!-Luck!!@መልካም ዕድል።!!
24/02/2024

/ra PSMQN Bulchiinsa Magaalaa Shaggar.
Gaarii Hundaa Keessaniif haa ta'u!!
-Luck!!
@መልካም ዕድል።!!

Carraa Keessaan Yaalaa!
22/02/2024

Carraa Keessaan Yaalaa!

Beeksisa Qaxarrii Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa ogeessota ogummaalee adda addaatiin Yuunivarsiitiiwwan B...
22/02/2024

Beeksisa Qaxarrii

Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa ogeessota ogummaalee adda addaatiin Yuunivarsiitiiwwan Beekmatii qaban irraa Digrii Jalqabaatiin eebbifamanii ulaalaagee armaan gadii guutan gita hojii Leenjisummaa irratti waldorgomsiisee Kolleejjota BLTO Naannoo Oromiyaa keessatti argamanitti dhaabbiidhaan qaxaree hojjechiisuu barbaada.

Kanaafuu kanneen ulaagaa barbaadamu guuttaniifi fedhii qabdan Kilaastara Adaamaa, Jimmaafi Shaashammannee keessaa iddoo ogummaan keessan jirutti argamuun akka galmooftan ni beeksifna.

"BCHUOO- Carraa Hojii Ogummaan Durfamu Uumuuf Kan Onnate!"

Feesbuukii keenyaa: https://www.facebook.com/BCHUOO
Teeleegraamii: https://t.me/OJCVBureau
Yuutuubii: https://www.youtube.com/
Weebsaayitii: https://www.ojocv.gov.et/
E-mail: [email protected]

06/02/2024

“Seenaa kaleessaatiin osoo wal nyaannuu egereen keenya akka hin diigamneef of eeggannoo taasisuu qabna!”

Ministeera Muummee Dr. Abiyyi Ahimad

06/02/2024
06/02/2024

Address

Dukem

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Aanaa Aqaaqii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category