Evangelist Chala Hunde page

Evangelist  Chala Hunde page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Evangelist Chala Hunde page, Grocers, Woliso, Ghion.

Kattaa luktikoo irra hin baanee isaanqabadheetan irra aanee kanaaf waayeensaa keessakootin baanee
09/05/2026

Kattaa luktikoo irra
hin baanee isaan
qabadheetan irra
aanee kanaaf
waayeensaa keessa
kootin baanee

06/05/2026
  !!Lubbuun dhiigaan furamteeKan oolte boolla du'aaDu'aan duutishii AfeeHardha kan taate bu'aa        Dhiigaan dhiigakoo...
11/04/2026

!!

Lubbuun dhiigaan furamtee
Kan oolte boolla du'aa
Du'aan duutishii Afee
Hardha kan taate bu'aa

Dhiigaan dhiigakoo dhiqee
moofaa narraa tarsaasee
Ofisaaf abaaramee anaan
Bilisa baasee

Seerri maqaa nawaamee
Duutis gaaf naaf muramee
Inni nagaa naaf dhaamee
Lubbuunkoo isaan furamee
~~~~~~~~
Biyya lafaa walwaamee
Salphinakoof ililchuu
Anaaf dhiigatu cophee
Dhiiga gogaa biqilchuu

Address

Woliso
Ghion

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Evangelist Chala Hunde page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category