Ilma jarra Abba Gadaa

Ilma jarra Abba Gadaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ilma jarra Abba Gadaa, Grocers, Gonder.

21/04/2026

Oduu gammachiisaa Hawaasa Magaalaa Harariif

Obboleessi keenya kabajamaan Sh. Muhammad Abdurahmaan kan Jaami'aa madiinaa irraa Eebbifame, akkasuma kan waggaa 15 dura Ijaazaa Qur'aanaa qabu magaalaa Hararitti markaza Qur'aanaa waan banee jiruuf beeksisa armaan gadii kana dubbiftanii carraa kanatti akka fayyadamtan isin afeera: 👇🏻👇🏻

📢 Beeksisa Galmee
Markaza Hifzii Qur’aanaa
مركز الإمام ابن الجزري لتحفيظ القرآن الكريم
Markaza Al-Imaam Ibn Al-Jazarii Hifzii Qur’aanaa
ኢማም ኢብኑ አል-ጀዘሪ የቁርኣን ሂፍዝ ማእከል
Baga Gammaddan! 🌙
Akkuma beekkamu, Markazni Al-Imaam Ibn Al-Jazarii kan Hifzii Qur’aanaa yeroo dhiyootti Magaalaa Harar keessatti hojii jalqabuuf qophiirra jira.
Kanaafuu, namoonni fedhii Qur’aana Rabbii haffazuu fi barachuu qabdan, carraa kana akka fayyadamtanii dhuftanii galmooftan kabajaan isin affeerra.
📌 Hubachiisa : markazni iddoo bultii hin qabu
✍️ Iddoo Galmee: Harar, Naannoo Nook, Ganda Diippoo
🕒 Yeroo Galmee:
• Ganama: Sa’aa 3:30 – 5:00
• Booda: Sa’aa 8:30 – 11:00
📅 Guyyaa Galmee:
Arbaa irraa eegalee, torban lamaaf kan itti fufu ta’a
📞 Odeeffannoo Dabalataaf:
Muhammad Abdurahman
📱 +251 915 402 762
📱 +251 717 501 568

25/01/2026

DALAGGAAWWAN SADARKAA GUDDAA QABAN
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1. WUDUU'A.

Jecha Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) Namni wuduu’a godhatee Wuduu'a ofii sana tolche Ma'asenni isaa isarraa harcaati hanga irraa baatu takka qeenca isaa irraa .

2. Masdiija Ijaaruu

Jecha, Ergamaa Rabbii (s.a.w ) Namni Mana Rabbii Galata Rabbirra barbaaduuf jecha ijaare Rabbiinis Jannata keessatti Mana isaaf ijaara

3. Salaata Jamaa'aa (garee) jecha Ergamaa Rabbii (s.a.w ) Salaanni gareen (jama'an) salaatan Salaata Adda Salaatan irra Sadarkaa 27 n Caalti

4.Tarree (Saffaa) duraa.

Jecha Ergamaa Rabbii (s.a.w ) Osoo beekee ilmi Namaa Sawaaba Azaanaaf Saffaa duraa keessa jiru silaa irratti wal dorgomanii Hixaa itti buufatu

5.Salaata Shanan.

Jecha Ergamaa Rabbii (s.a.w ) Salaanni shanan, Jum'aan hanga jum'aatti, Ramadaanni hanga Ramadaanaatti Waan Sababa badii namarraa harcaasaniiti yoo Badiii gurguddoo irraa fagaatan

6. Salaata Sunnaa.

Jecha Ergamaa Rabbii (s.a.w ) Namni Muslima ta'e tokko kan guyyaa keessatti Raka'aa 12 salaata Sunnaa salaate Rabbiin Jannata keessatti isaaf Fooqa ijaaru malee kan hafu hin taane. Kunis Zuhrii dura 4 Zuhrii booda 2 Magriibaa booda 2 Ishaa'ii
booda 2 Subhii dura 2

7.Salaata Halkanii

Jecha Ergamaa Rabbii (s.a.w ) Irra Caalaan soomaa erga ji'a Ramadaanaatti ji'a Rabbii Muharram Irra Caaltuun salaataa erga Salaata Waajibaatii Salaata Halkaniiti

8.Salaata Qaraa (Witriii)

Jecha Ergamaa Rabbii (s.a.w ) Namni Sodaate Halkanirraa gara boodatti hirriba irraa hin ka'uu dura halkanii qar haa godhuu Yoo hin ka'aa of dhugoomse gara booda qar haa godhuu yeroo boodaa sana keessa isaaf caalti

9. Nama Du'e Geggeessuu.

Jecha Ergamaa Rabbii (s.a.w) Namni nama du'e irratti salaata Qiiraaxa tokko argata yoo irratti salaateellee wajjiin deemee Hanga inni Awwaalamutti wajjiin ture Qiiraaxa lama argata.

Qiiraaxa jechuun kheeyrii guddoo akka gaara Uhudiiti

10. Istirjaa'a jechuu yeroo Balaan nama tuqxe.

Jecha Ergamaa Rabbii (s.a.w )Namni Balaan isa tuyxe

 ‼️  Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti hojii waliigalaa WMO bara 2017 tiin Aanoota Godina Hargee Bahaa keessaa sadar...
04/11/2025

‼️

Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadisitti hojii waliigalaa WMO bara 2017 tiin Aanoota Godina Hargee Bahaa keessaa sadarkaa 1ffaa bahuun badhaafamaa geebaa tahee jira.

Hoggansa Qaxalee Jijjiramaaf of Qopheesse Hojii Afaaniin osoo hin Tahin Hojiidhaan Garsiisee
04/07/2025

Hoggansa Qaxalee Jijjiramaaf of Qopheesse Hojii Afaaniin osoo hin Tahin Hojiidhaan Garsiisee

30/12/2024

Dammi qoricha uumamaa dhukkuboota baay'ee fayyisuudhaaf ilmi namaa yeroo dheeraaf haala garagaraatiin itti fayyadamaa tureedha. Fknf, Buna, aannan, shaayii fa'a dammaan dhuguun waan baratameedha. Haa ta'u malee, dammi haala kamiinuu baay'ee yoo hoo'e keemikaalli "Hydroxy methyl furfural' jedhamu akka omishamu gochuudhaan gara summiitti jijjiiramuu danda'a. Keemikaalli kun yeroo dheeraan booda kaanserii fiduu danda'a. Kanaaf, Damma wanta baay'ee hoo'aa ta'etti goonee osoo fayyadamuu baannee gaariidha. Haala kanaan fayyadamuu yoo barbaanne bunni, shaayiin ykn aannan erga xiqqoo qabbanaa'ee ta'uu qaba.
Odeeffannoo dabalataa barbaaduu?? Liinkii gadii tuquun telegraama koo irraatti argattu.
🖤🖤👇👇👇👇
https://t.me/hgfcmnetxo
https://t.me/hgfcmnetxo

30/12/2024
30/12/2024

Address

Gonder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilma jarra Abba Gadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category