Ynwa fans

Ynwa fans Silaa gammachuun
Waa qabaachuun arkamte
Guyyaa takkaafillee
Hin kolfuun ture 😁

Alhamdulillaah 🙏

11/05/2026

Viscaaa Barcaaaa

11/05/2026

Manchester United Har'a Liverpool injifachuun Chaampiyoonsi Liigii dhufu irratti akka hirmaatu mirkaneeffateera.Man Unit...
03/05/2026

Manchester United Har'a Liverpool injifachuun Chaampiyoonsi Liigii dhufu irratti akka hirmaatu mirkaneeffateera.

Man United 3 - 2 Liverpool

👉 We are never walk alone

Liveyaans injifannoo Mi'ooftuu dhandhaman ✅ Tapha murteessituu torbee 34ffaan Liverpool 3-1 Kiristial paalaas injifate q...
25/04/2026

Liveyaans injifannoo Mi'ooftuu dhandhaman

✅ Tapha murteessituu torbee 34ffaan Liverpool 3-1 Kiristial paalaas injifate qabxii isaa 58'n gahuun sadarkaa 4ffaatti ol dhufeera

✅ Bara kana yeroo afur walitti dhufaniin yeroo 3 kan moo'ame Liverpool xumura irratti injifannoo murteessituu Kiristial paalaas irratti dhandhameeraa

✅ Miidhama yeroo hedduu booda gara dirreetti kan deebi'e Alexander Isak Goolii dursituu Liverpool lakkiofsisuu danda'eera

✅ Erga bara dorgommii 2022-23 as Taphattoota Goolii dursituu tapha primiyer liigii hedduu irratti galchan
1ffaa Erling haland 37
2ffaa Oli Watkins 21
3ffaa Alexander Isak fi Mohammed Salah 19

Address

Harar
Goro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ynwa fans posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category