01/04/2024
qabna.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
.
~~~~~~~~``````~~~~``````````~~~~~
Addee
Deessee osoo ciiftuu gaafa guyyaa 3ffaa Sagalee ishee deemtee kennite.
Jijjiirama amma arganne kanaaf shoora ol'aanaa taphatte !!
Ati yoomuu bara baraan laphee Ummata Oromoo keessa jiraatta !!
Bitoteessa 24/2010 gahee leencaa baate turte !!
Maal gochuun danda'ama lubbuu kee jannataan yaa qananiitu.