Kanzuddiin Aljihad sh/ahimed

Kanzuddiin Aljihad  sh/ahimed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kanzuddiin Aljihad sh/ahimed, Grocers, Jimma.

18/08/2023
05/07/2023

Yaagantuu dhiis maalfokkorrii hayuu Nif hattuun màljaraatuu walfakkataa ??

  _hojiitif gahee _leencaa _taphataaBitootessaa 15/6/2015Godinaa jimmaa Aanaa Nadhii Gibeettii sagantaa leenjii Arfasaaf...
24/03/2023

_hojiitif gahee _leencaa _taphataa
Bitootessaa 15/6/2015
Godinaa jimmaa Aanaa Nadhii Gibeettii sagantaa leenjii Arfasaaf ganna irratii
Hoggantootaafii hojjeetootaa misoomaa hojjeettotaa wajjiirichaa hundaa Fi
Bakkaa keessuummoon gara garaa jiraaniutii sagantaan faxaarsiisaa karaa namaa hawwaatuun Fi karaa jalalaa uumeen sagaantaan afxiiraa geggeffamee

18/03/2023

Kitaabni MM Dr. Abiy Ahimad 'Dhaloota Ida’amuu' eebbifame.
*******
Kitaabni mata duree 'Dhaloota Ida’amuu' jedhuun Ministira Muummee FDRI Abiy Ahimadiin barreeffame eebbifame.

Kitaabni 'Dhaloota Ida'amuu' Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa fi Afaan Ingiliziin kan barreeffameedha.

Sirna eebba Kitaabichaarratti Ministira Muummee FDRI Abiy Ahimadiin dabalatee, Ministiroota, Pireezidaantota Naannolee, qondaaltota mootummaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Ministirri Muummee Abiy Ahimad kanaan dura Onkoloolessa 2012 kitaaba ‘Ida’amuu’ fi Guraandhala 2013 ammoo ‘Daandii Ida’amuu’ barreessuun dubbistootaan ga’uun ni yaadatama.

24/02/2023

Al Seerummaa, Gufuu Misoomaaf Nageenya Biyyaa!
********
Gochoota al-seerummaa dhabamsiisuuf ummanni sagalee tokkoon qaamoota al-seerummaa babal'isuuf socho’aa jiran irratti qabsaa’uun sirrii ta'a.

Nageenyi biyyaa tasgabbiidhan itti fufsiisuuf al seerummaan akka hin babal’anne irratti hojjachuun qaama hojii al seerummaa babal’isuuf socho’u irratti tarkaanfin seeraa akka irratti fudhatamuu qaamni hawaasa hundi tumsa irraa barbaachisu taasisuun murteessadha.

Ol’aantummaan seeraa kabajamuun isaa bu’uura nageenyaa waan ta’eef yeroo kamuu taanaan itti fufuu qaba.Qaamota nagaa fi tasgabbii ummataa karaa gara garaatin booressuuf deeman qaamonni hawaasaa hundi mootummaa cinaa dhaabbachuun miira dhimmi biyya kooti na ilaallata jedhuun haqni ummata bal’aa akka eeggamuu hojjachuun barbaachisaa ta’a.

Al seerummaan yoo babal’ate ummanni faayidaa karaa sirrii ta’een argachuu danda’u kan dhabsiisuu fi walitti bu’iinsaaf karaa saaquun lubbuu namaa fi qabeenyarratti miidha qaqabsiisuu kan danda’u ta’uun isaa hubatamee kutannoodhan dura dhaabbachuun gama tokkoon badii dhufu hambisaa gama biraatiin ammoo misooma biyyattii keessatti qabsiifamaa jiru itti fufsiisaa deemuun gahee lammii hundaati.

Gurraandhalaa 17/6/2015Godiinaa jimmaa Aanaa Nadhii Gibee Gandaa Qananiitii Gamaggamnii Rawwii hojii Kurmaanaa lammaaffa...
24/02/2023

Gurraandhalaa 17/6/2015
Godiinaa jimmaa Aanaa Nadhii Gibee Gandaa Qananiitii Gamaggamnii Rawwii hojii
Kurmaanaa lammaaffaa gamaggamnii hojii halaa kanaan gamaggamnii jalqabaameeraa

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kanzuddiin Aljihad sh/ahimed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category