Dhugan wolans lami dhugati

Dhugan wolans lami dhugati Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhugan wolans lami dhugati, Grocers, Jimma.

20/05/2026

801 likes, 14 comments. โ€œ โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธethiopiantiktokโ€

20/05/2026

804 likes, 8 comments. โ€œ ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น โ€

09/05/2026
09/05/2026

490 likes, 29 comments. โ€œ #๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™ โ€

18/04/2026

15/04/2026

4907 likes, 82 comments. โ€œ ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–DrGammachiisMagarsaa โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธethiopiantiktok โ€

15/04/2026

6828 likes, 189 comments. โ€œAbusabโ€

12/04/2026

1848 likes, 49 comments. Check out ๐Ÿ‡พ๐Ÿ‡ช huti ๐Ÿ‡พ๐Ÿ‡ชโทโ€™s video.

11/04/2026

25.4K likes, 1709 comments. โ€œYaa allah ๐Ÿ˜ญโ€

28/03/2026

Mootummaan naannoo Oromiyaa manneen seeraan alaa kan yeroo baay'ee mana caraqaa jedhamu ilaalchisuun dambii haaraa baase jedhame.

Dambiin haaraa bahe Dambiin Lakkoofsa 259/2018 manneen seeraan alaa magaalotatti ijaaraman kaartaa akka argatan kan taasisu akka ta'etu ibsame.

Manneen kana seera qabeessa gochuuf mootummaan maallaqa guddaa barbaada jedhameera.

Dambiin kun magaalota Shaggar, Adaamaa fi Bishooftuutti hojii irra hin ooluu jedha dambii bahe irratti.

Magaalota kanneeniin ala magaalota Oromiyaa hundatti hojii irra oola jedhameera.

Dambiin manneen seeraan alaa kaartaa akka argatan dandeessisa jedhame kun gama tokkoon warreen magaalota keessatti manneen seeraan alaa ijaaranii qabanitti abdii horee jira.

Gama biraatiin immoo manneen kana seera qabeessa gochuuf mootummaan maallaqa guddaa akka barbaadu ibsamee jira.

Warri mana akka kanaa qabu kaartaa argachuuf kuufama kafaltii liizii bara 2005 irraa hanga 2018, kuufama gibira Baaxii fi Gooroo bara 2005 hanga 2018 akka kafalu akkasumas dhibbeentaa 30 kafaltiiwwan lameen jalqabaas bifa adabbiitiin akka kafalu ibsameeti jira.

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugan wolans lami dhugati posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category