Iyasu page

Iyasu page Iyyuu

Darbaatamulee akkan kufuuttan darbatamee hin kufne garu oleerra
09/08/2026

Darbaatamulee akkan kufuuttan darbatamee hin kufne garu oleerra

Yesuustu godhe humnakon miti kana hunduumasa
04/08/2026

Yesuustu godhe humnakon miti kana hunduumasa

09/07/2026

listen to this song Your identity is the one you see yourself in

  dhugaa burqa nagaati keessaati boqootudha innis kunoti obboolota kana fakkaataObboolota jaallalaa naf jiraadha isinan ...
09/07/2026

dhugaa burqa nagaati keessaati boqootudha innis kunoti obboolota kana fakkaata
Obboolota jaallalaa naf jiraadha isinan jaaladha

Ani wanan jedhu hin qabu isin yaada keessaan komentii jala naaf ka'a
07/07/2026

Ani wanan jedhu hin qabu isin yaada keessaan komentii jala naaf ka'a

23/04/2026
Nagaan achi geenyeera jechuumaf πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
24/01/2026

Nagaan achi geenyeera jechuumaf
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

19/11/2025

Dhiyaana Galgalaa

Rom. 5
Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―Β―
⁡ Sababii Waaqayyo, jaalala isaa isa karaa hafuura qulqulluu nuuf kenname, garaa keenya keessatti dhangalaaseef, abdiin immoo nu hin yeellaasisu.
⁢ Nuyi amma illee of-dadhaboo taanee utuu jirruu yeroon yaadame yommuu ga'etti Kristos warra akkuma keenya Waaqayyo irraa fagaatan hundumaaf du'e.
⁷ Tarii namni, nama waan gaarii godhe tokkoof du'uuf fedha qaba ta'a malee, nama qajeelaadhaaf waan du'uuf hin fakkaatu.
⁸ Waaqayyo garuu, utuma nuyi cubbamoota taanee jirruu, Kristos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate in argisiisa.
⁹ Kanaafis amma nuyi dhiiga isaa isa dhangala'een qajeelota erga taanee, hammam caalaatti isumaan immoo dheekkamsa Waaqayyoo jalaa ooluuf jirra!
¹⁰ Nuyi amma illee diinota utuma jirruu, du'a ilma isaatiin Waaqayyotti erga araaramnee, amma immoo nuyi warri isatti araaramne jireenya isaatiin hammam caalaatti ooluuf jirra!
ΒΉΒΉ Kana duwwaas miti, gooftaa keenya Yesus Kristosiin amma araara waan qabnuufis Waaqayyotti gammaduu keenya in himanna malee.

Address

Nekmte
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Iyasu page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category