Abbaa Biyyaa

Abbaa Biyyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbaa Biyyaa, Grocers, Leeqaa, Nek'emte.

13/09/2026
13/09/2026

የብሪክስ ጉባኤ ሁለተኛው ቀን ላይ ከካዛኪስታን ፕሬዚዳንት ቃሲም ጆማርት ቶካዬቭ ጋር የሁለትዮሽ ውይይት አድርገናል።
‎በዲጂታላይዜሽን፣ በንግድና ኢንቨስትመንት እንዲሁም በመከላከያ መስኮች የትብብር ዕድሎችን ለማስፋት እና ‎በሁለቱ ሀገራት መካከል ያለውን አጋርነት ይበልጥ ማሳደግ በሚቻልባቸው መንገዶች ዙሪያ መክረናል።

Guyyaa lammaffaa Yaa'ii BRICS irratti Pirezdaantii Kaazaakiistaan, Kassym-Jomart Tokayev waliin marii garlamee gooneerra.
Dameewwan dijitaalayizeeshinii, daldalaafi invastimeentii akkasumas ittisaatiin carraawwan walta'insaa babal'isuuf akkasumas michummaa biyyoota lachan gidduu jiru caalaatti cimsuuf haala danda'amu irratti marii'anneerra.

On the second morning of the BRICS Summit, I held a bilateral meeting with President Kassym-Jomart Tokayev of Kazakhstan. As we discussed ways to further develop the partnership between our two countries, we agreed to explore opportunities for cooperation in digitalization, business and investment, as well as defense.

🇪🇹 🇰🇿

13/09/2026
28/08/2026

𝐒𝐡𝐚𝐲𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚: 𝐎𝐦𝐢𝐬𝐡𝐚 𝐐𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐚𝐠𝐝𝐞𝐞 𝐓𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐦𝐚’𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢!

"Inisheetiviin Shayii waa’ee baala tokkoo osoo hintaane waa’ee jijjiirama sirna dinagdee baadiyyaati." Obbo Shimallis Abdiisaa

28/08/2026

"Yeroo dhiyootti boqonnaa saffisni guddina dinagdee itti dabalu,tajaajilootni hawaasummaa qulqullinaan naannoo hunda itti gahan,misoomni bu'uuraa itti babal'atu,ce'umsi caasaa dinagdee itti cimu,dinagdechi bu'aa ba'isaa damdamatee cimina isaa itti mul'isurra nii geenya. Dinagdeen keenya Afrikaaf fakkeenya nii ta'a. Sadarkaa addunyaattis nii dorgoma. Hawaasni keenya hawaasa galmotni badhaadhina waliigalaa guutameef ni ta'a. Itoophiyaanis biyya jireenyaa hawaasa gammadoo nii taati.Kanas yeroo dhiyootti nii mirkaneessina."

Kitaaba Mootummaa Ida'amuu, Fuula 298

24/05/2024
24/05/2024

Address

Leeqaa
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Biyyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category