Hunddee Ilma Boriif pãğě

Hunddee Ilma Boriif pãğě Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hunddee Ilma Boriif pãğě, Grocers, Robe.

10/09/2024

Gaarummaa dalaguun icciitii namummaa si barsiisa

Yaalii Acheecha Hoteela Qananisaa Baqalaatti Guruppii faannootiin Narratti gaggeefame irraa hafeen jira.akkuma kamittuu ...
01/09/2023

Yaalii Acheecha Hoteela Qananisaa Baqalaatti Guruppii faannootiin Narratti gaggeefame irraa hafeen jira.akkuma kamittuu hangan manakoo galuuttis na biraa hin hafne konkolaataan koo midhamtee jirti ani garuu lubbuun hafeen jira
Ijolleekootiif jecha nama ajjeesuu hin barbaanne.
Sababnisaa abbaankoo nama ajjesee innis lubbuun darbee rakkinatti waan guddanneef ijolleen koo seenaan ani dabarse dabarsuu akkan hin barbaannefi. Haa xiqqaatuu Bara dabrsine kana qofa yeroo 15 ol yaaliin ajjechaa narratti gaggeefameera. akkasumas ergan konkolaatakoo tirsee galee naannoo ajaja komandar Alamisheet nama jedhamuun poolisoonni eenyummaa isaani hin beekne konkolataakoo cbsisisuun waan konkolaata sana keessatti eenyummakoo ibsu fuudhatani deemaan lks gagabate kankoo irraa hiikanii lks gabatee enyumaan isaa hin beekamne keessatti gatanii deeman.

Sammuu Kee Amansiisi!!Namni guddaan guddaa ta'ee hin dhalatu, guddaa tauuf ofiin of guddisa”Guddinni hawwii qofaan hin a...
01/09/2023

Sammuu Kee Amansiisi!!

Namni guddaan guddaa ta'ee hin dhalatu, guddaa tauuf ofiin of guddisa”

Guddinni hawwii qofaan hin argamu.
Guddiinni qabsoo barbaada.
Guddiinni tattaafannaa barbaada.
Guddiinni jabina barbaada.
Guddiinni obsa barbaada.
Guddiinni kutannoo barbaada.

Halkan gaarii qabaadhaa ❤️❤️❤️🙏

Address

Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hunddee Ilma Boriif pãğě posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category