22/11/2024
M/B/Sadarkaa 1ffaa fi G/galeessa Cirrii keessaatti Sagantaan tarsiimoo duula dubbisuu, barreessuu fi qoyyabuu kutaa 1ffaa_4ffaa, Barattoota Sadarkaa 1ffaa_3ffaa bahanif sirni badhasaa kennameera. akkasumas barsiisota tarsiimoo duula dubbisuu, barreessuu Fi qoyyabuu keessaatti gahe isaanii bahanif badhasn adda addaa haala kanaan kennameera.