Paartii Badhaadhinaa Ganda Burqaa Dharroo

Paartii Badhaadhinaa Ganda Burqaa Dharroo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Paartii Badhaadhinaa Ganda Burqaa Dharroo, Grocers, East Bale Sawena, Robe.

07/03/2025
13/01/2025

Caayaan Sawweenaaf
Leenjisaan Injifannoof Of Hin Qopheessin Taphataa Cimaa Beenchiirraa Tursiisa!

30/09/2024

Dibbis
Marii Xiinxala Haala Kenniinsa Tajaajilaafi Caaseffama Sadarkaa Gandaa Akkasuma Gurmaa'insa Paartiifi Mootummaa Hangam Takka lafa Qabachaa Jiraachuu Iratti Bakka Hundee(3)f Seelii(16) Ganda Keenya Argamanitti Kan Mari'anne Yoo ta'u Hanqinnaaf Cimina Jiru Ilaalun Kallattii Fulduraa Kaa'ameera?
Agandaa Qabxiilee Marii Ilaalchisee?
1. Haala Sochii Daanga Ollaa Ilaalchisee
2.Gurmaa'iinsa Paartiif Mootummaa,Gaachana Sirnaa Milishaa Sirnaan Lafa Qabatee Hojitti Galuu Ilaalchisee
3.Xiinxala Haala Nageenyaa Ilaalchisee
4.Xiixala Kutaa Hawaasa Naannoofi Biyyaa Ilaalchisee.
5. Dhimma Galii Mootummaa Yeroon Kaffaluu Irratti
HUNDEE:- 3 SEELII:- 16
Hundee Sadan
1.Hundee Burqaa
2.Hundee Dibbis
3.Hundee Daaragood
Seelii 16
1.seelii Daaragood
2.seelii Hara Adii
3.seelii Hara Gurraa
4.Moggaasa
5.Hara Halloo
6.Dibbis
7.Koyyee
8.Ha/Booranaa
9.Ha/Kallachaa
10.Mudhii Aadee
11.Burqaa
12.Dhiibuu Addeellee
13.Qilee Qummuuxuu
14.Ha/Abbayyii
15.Qilee Hara Raayituu
16.Quba Roobaa

Fulbaana 10Hojiilee Tola Ooltummaa DibbisDibbis Burqaa DharroottiHojiilee Tajaajila Lammummaa Ilaalchisee Ganda Dibbis B...
30/09/2024

Fulbaana 10
Hojiilee Tola Ooltummaa Dibbis
Dibbis Burqaa Dharrootti
Hojiilee Tajaajila Lammummaa Ilaalchisee Ganda Dibbis Burqaa Dharrootti Sababa Bokkaa Cimaafi Bubbeen Mana Harmee Citaan Irraa Godaanee Deebifnee Suphuufi Kan Jajjabeeffameedha

Address

East Bale Sawena
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Paartii Badhaadhinaa Ganda Burqaa Dharroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category