Garee Jaalalaa

Garee Jaalalaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Garee Jaalalaa, Grocers, Birbirsaa Baalee, Robe.

12/08/2025

Mohamed Salah asks about the death of the Palestinian player Suleiman al-Obeid, : 'Can you tell me how he died? where? And why?

Which one broke your heart the most when they left? 💛
08/08/2025

Which one broke your heart the most when they left? 💛

23/07/2025
23/07/2025
Dubbisaa
18/07/2025

Dubbisaa

Oduu jijjiirraa Xumuramee fi xumuramaa jiru Jimaata galgalaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
✅Liverpool jijjiirraa Hugo Ekitike hanga wiixata dhufutti xumuree taphatichi akka isaan waliin gara Eeshiyaa imaluuf hojjachaa jira.

✅Bayern Luwiis Diyaaz fudhachuuf mariin taasisaa jiru haala gaariin deemaa jira ..Bayern dhunfaan Diyaaz waliin waliigale waggatti yuuroo miliyoona 14 irratti❤

✅Arsenal Paawundi mililyoona £69M Viktor Gyokeres fudhachuuf baay'ee itti dhiyaate jijjiirraan kun jimaata kana akka xumuramu eegamuus sababoota walxaxaa Isporting uumeen jijjiirraan kun harkifatuus amma xumuramaa jira❤(Maddi: Sun Sport)

✅WestHaam taphataa sarara ittisaa lammii Ingiliiz ganna 28 Kaayil Woolkar-Piiteers fudhachuuf waliigale..Walker Saawuzhaampitan gadhiisuun isaa ni yaadatama❤ (Talksport).

✅ Inter Miilaan taphataa sarara fuulduraa Naayijeeriyaa Ademola Lookman ergisaan fudhachuuf dirqama £34.6m bitachuuf yaada dhiheessee ture garuu Atalantaan haalawwan sanaaf fedhii waan hin qabneef taphataa ganna 27 kanaaf £43.2m barbaada. (Sky Sports Italia - afaan Xaaliyaaniitiin)

✅Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Ingiliiz ganna 17 Wiil Raayit Liivarpuul injifachuun mallatteessisuuf jecha Saalfoord Siitii waliin kaffaltii gara paawundii kuma 200 waliigalaniiru. (Mail).

✅ Taphataan sarara fuulduraa Biraayitan fi Rippabiliika Ayerlaandi Evan Ferguson, ganna 20, ganna kana gara Roomaatti imaluuf baay'ee itti dhiyaate. (Fabrizio Romano),

✅ Liivarpuul taphataa sarara fuulduraa Biraazil Roodriigoo fudhachuuf Riyaal Maadriid waliin marii jalqabaa kan taasise yoo ta'u, kilabichi ganna kana taphataa sarara fuulduraa Kolombiyaa Diyaaz gurguruuf yoo murteesse taphataa ganna 24 fuxhachuuf jira. (Talksport).

✅ AC Miilaan taphataa sarara fuulduraa Maanchistar Yunaayitid fi Deenmaark Raasmus Hojlund fudhachuuf fedhii kan qabu yoo ta'u, haal-duree waliigaltee taphataa ganna 22 kanaa qorachaa jira. (Sky Sports).

✅ Weestihaam taphataa sarara fuulduraa Ingilaand Jaak Giriiliish ergisaan fudhachuuf gaafii dhiyeesse fudhachuuf fedhii guddaa qaba. (Ben Jacobs X ).

✅Maanchistar Yunaayitid fedhii goolii eegaa Rooyaal Antwerp Sene Lammens irratti qaban cimsanii jiru❤ Antwerp gurgurtaa Lammens irraa £17Mt barbaada[Alex Crook]

✅Man utd Biriyaan Imboomoo paawundi miliyoona 71 mallatteesisuuf waliigale❤

✅Biraayyan Mbeemoon qorannoo fayyaaf gara Maanchistar akka imaluuf eeyyama kilabii isaa Brentford irraa argateera.
Taphataan kun abdii guddaan Jijjiirraa kana eegaa ture amma wanni inni gochuu qabu imalu qofa!

✅🚨 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 𝐆𝐎! AS Roma Neil El Aynaoui lens irraa mallatteesisuuf waliigale.❤️💛🇲🇦
gatiin jijjiirraa €23m + €2m dha.

✅Antoonii Elaangaan taphataa Niwukaastil ta'ee jira..Newcastle keessatti Elangaan uffannaa lakkoofsa 20 kan uffatu ta'a..

✅Chelsiin marii Morgan Rogers Aston villa irraa fudhachuuf taasisaa jiru cimsee itti fufe❤

Shot on Google Pixel 🤳
Read more. ⤵️
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚽️Guyyaa guyyaan qarshii deebii dhibbeentaa 15 taphoota kilaboota adunyaa iratti!!!🔥

🤩Taphoota kilaboota waancaa adunyaa iratti guyyaatti qarshii 10 irraa kaasuun taphachuun qarshii dhabdan irraa 15% isiniif deebi'a. Elefant bet irraa.!

⚡️Yaadachiisa taphoota waancaa kilaboota adunyaan ala jiraniif akkuma barame parsantii 10 qarshii deebii qabdu.! 👇🏾

Galmeef - 🌐 https://elephantbet.et

Gargaarsa kamiifuu -

Telegraama keenya https://t.me/Elephantbet_e

16/07/2025

Oduu jijjiirraa Xumuramee fi xumuramaa jiru Roobii galgalaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
✅🚨 Liverpool haala Marcus Rashford itti mallatteesisuu danda'an irratti keessan marii taasisanii jiru ta'uus hanga ammaa fedhiin ifatti dhiyaate hin jiru.maddi : )

✅ : Manchester United Jaksan fudhachuuf gaafii dhiyeessuuf jira Daily Mail💣

✅🚨 Chelsiin Eberechi Eze Kiristaal paalas irraa fudhachuuf ifatti sochii jalqabe chelsiin mucaa kana fudhachuuf Arsenal waliin dorgomuuf jira. 💙
: )

✅🚨 𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆:Maanchistar Yunaayitid Biraayyan Mbeemoo mallatteessisuuf yaaliin godhaa ture yeroof addaan cite!
Brentford gatii gaafatan gara £70mtti ol guddiseera; Sir Jiim Raatkiliif taphataa sarara fuulduraa kanaaf kilabni isaa £65m caalu akka hin kaffalle murteessee waan jiruuf jijjiirraan amma yeroof addaan citeera!Maddi-The Gaardiyaan | Jaamii Jaaksan

✅Noonii Maadukeen koontiraata hanga 2030 Arsenaal keessa isa tursiisu mallatteesseera.

✅Saandaarlaand Giraaniit Xhaakaa fudhachuuf dhiibbaa guddaa taasisaa jira..
🥇[Sky sport].

✅ Niwukaastil Hugo Ekitike fudhachuuf dhiibbaa guddaa gochaa jira, jijjiirraa kana dafanii xumuruu barbaadu waliigala paakeejii €100m! - BILD

✅Juveentus Jedaan Saanchoo fudhachuuf Maanchister Yunaayitidif Paawondii miliyoona 15 dhiyeessaniiru.

✅Liivarpuul , taphataa sarara fuulduraa Siwiidin Aleeksaandar Isak fudhachuuf paawundi miliyoona 120 dhiyeessuuf jira.

✅Liverpuul taphattoota sarara fuulduraa barbaaduu addaan baasee jira Ekitike, Isak , Ollie Watkins, Victor Osimhen, Yoane Wissa fi Rodrygo addaan baafatee jira❤ (Mail)

✅ Naapooliin taphataa sarara fuulduraa Uraagaay Daarwiin Nuunez ganna 26 fudhachuuf sochii irra jiru dhaabuu akka danda'u Liivarpuuliif beeksiseera. (Fabrizio Romano).

✅Taphataan sarara fuulduraa Kolombiyaa Luwiis Diyaaz ganna 28 Kilabichi Baayermuunik irraa £m58.6f dhiyaate erga kuffisee booda liverpool gadhiisuu akka barbaadu ifa godheera. (Atileetiksii ).

✅ Liidsi Yunaayitid taphataa sarara gidduu Niwukaastil ganna 27 Ingiliiz Sean Loongistaaf fudhachuuf waliigaltee qajeelfamaa irra ga'eera. (Atileetiksii)

✅ Tootinaam taphataa sarara ittisaa Beeljiyeem ganna 23 Koonii de Wiintar fudhachuuf Inter Miilaan waliin dorgomaa jira. (i paper).

✅ Boornemaawuz taphataa sarara ittisaa gidduu Yukireen Iiliyaa Zabarnyi, ganna 22, kan Paaris Seent Jarmaniin barbaadamu gurguruuf £m59 ol barbaada.. (Walaba).

✅Cheelsiin taphataa sarara fuulduraa Poorchugaal Joao Felix, 25, gara Benfica deebi'uu irratti marii jalqabuuf qophii ta'ee jira, taphataa Faransaay Christopher Nkunku, 27, akkasumas gadhiisuuf jira. (Istaandardii)

✅ Maanchistar Yunaayitid ganna kana taphataa sarara gidduu Juuveentus fi Biraazil Daaglaas Luwiiz mallatteessisuuf fedhii isaanii kan agarsiisan yoo ta'u, Evertoonis taphataa ganna 27 kana fudhachuuf fedhii guddaa qaba. (Football Insider)..

✅Taphataan sarara ittisaa Liivarpuul fi Faransaay ganna 26 Ibraahimaa Koonatee gaafii faayidaa guddaa argamsiisu kilaba Pro Liigii Sa'udii irraa dhiyaateef kuffiseera. (mirror).

Shot on Google Pixel 🤳

Read more. ⤵️
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚽️Guyyaa guyyaan qarshii deebii dhibbeentaa 15 taphoota kilaboota adunyaa iratti!!!🔥

🤩Taphoota kilaboota waancaa adunyaa iratti guyyaatti qarshii 10 irraa kaasuun taphachuun qarshii dhabdan irraa 15% isiniif deebi'a. Elefant bet irraa.!

⚡️Yaadachiisa taphoota waancaa kilaboota adunyaan ala jiraniif akkuma barame parsantii 10 qarshii deebii qabdu.! 👇🏾

Galmeef - 🌐 https://elephantbet.et

Gargaarsa kamiifuu -

Telegraama keenya https://t.me/Elephantbet_et

15/07/2025

Oduu jijjiirraa Xumuramee fi xumuramaa jiru Kibxata galgalaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
✅BREAKING :Liivarpuul kaffaltii jijjiirraa Isaak irratti Niwukaastil waliin mari'achaa jira ..Niwukaastil yoo gurgure liverpool hanga paawundi miliyoona 120 dhiyeessuuf jira.. FABRIZIO ROOMANOO

✅Yoo jijjiirraan kun hin milkofne Liverpool jijjiirraa Hugo ekitike gara Newcastle taasisu butuuf jiru.

✅BREAKING : Bayeermuunik taphataa sarara fuundura Liivarpuul Liwuus Diyaaz fudhaachuuf yuuroo Miliyoona 67.5 dhiheesse Liivarpuul taphataa kana gurguruuf feedhii hin qabu.

✅Astonvilaan Alehaandroo Garnaachoo fudhachuuf feedhii agarsiisaniiru.

✅Riyaal Maadriid Alvaaroo Kaareeraas Beenfikaa irraa mallatteessifachuu isaanii ifoomsanii jiru.Taphatichi Riyaal Maadriid keessatti uffannaa lakkoofsa 18 kan uffatu taaha.

✅Livarpuul jijjiirraa Luwis Diyaaz irraa yoo xiqaate Yuroo miliyoona 100 barbaadu.


✅Riyaal madrid Ibrahim Konate fudhachuuf yuuroo miliyoona 20 -25 dhiyeessuuf jira❤

✅Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Ingilaandi Eberechi Eze fudhachuuf Kiristaal Paalaasiif waliigaltee dhiyeessuuf jira,paalas taphataa kana gurguruuf £m68 barbaada. (Talksport).

✅ Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara fuulduraa Kaameeruun Biraayyan Mbeumo, ganna 25 fudhachuuf waliigale. (Football transfers).

✅ Brentford taphataa sarara fuulduraa Ipswich Town fi England 21 gadii Omari Hutchinson, 21, bakka Mbeumo haala buufachuu danda'u irratti Mari'achaa jira. (Istaandardii)..

✅ Beenfikaan Joo'oo Feeliksiin dhaabbataadhaan fudhachuuf Cheelsii waliin marii itti fufee kan jira. (A Bola - afaan Poortugaal).

✅Weestihaam taphataa sarara fuulduraa Haarvii Eliyoot, ganna 22 fi taphataa sarara ittisaa Taayilar Mortan, fudhachuuf Liverpool waliin marii irra jira.. (Mail).

✅ Maanchistar Yunaayitid waa'ee taphataa sarara gidduu Faransaay ganna 30 Kooreentiin Tooliisoo argachuuf Liyoon waliin qunnamtii taasiseera. (L'Equipe )...

✅ Taphataan sarara fuulduraa Gaaboon fi sarara fuulduraa Arsenaal duraanii Piyeer-Emerick Aubameyang, ganna 36, Kilabii Sa'udii Arabiyaa Al-Qadsiah gadhiisee kilabii Faransaay Maarseeyitti makamuuf jira. (La Provence ).

✅Maanchistar Siitiin taphataa sarara gidduu Ingilaandi 21 gadii Jeems Maakatee, ganna 22 gurguruuf jira.

✅Woolvis taphataa ganna 27 Fluminense Jhon Arias fudhachuuf waliigaltee £m15 walii galteetti dhihaateera. (Mail).

✅ Taphataan sarara gidduu Siwiizarlaand Giraaniit Xhaakaan Kilabii Sa'udii Piroo Liigii Neom SCtti makamuuf walii galeera, taphataa ganna 32 kanaaf Baayer Leverkusen waliin kaffaltii hanga ammaatti hin xumurre. (Sky Sports Jarmanii)

Read more. ⤵️
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚽️Guyyaa guyyaan qarshii deebii dhibbeentaa 15 taphoota kilaboota adunyaa iratti!!!🔥

🤩Taphoota kilaboota waancaa adunyaa iratti guyyaatti qarshii 10 irraa kaasuun taphachuun qarshii dhabdan irraa 15% isiniif deebi'a. Elefant bet irraa.!

⚡️Yaadachiisa taphoota waancaa kilaboota adunyaan ala jiraniif akkuma barame parsantii 10 qarshii deebii qabdu.! 👇🏾

Galmeef - 🌐 https://elephantbet.et

Gargaarsa kamiifuu -

Telegraama keenya https://t.me/Elephantbet_et

Address

Birbirsaa Baalee
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garee Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category