Waajjira Qonnaa Aanaa Waacillee

Waajjira Qonnaa Aanaa Waacillee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Qonnaa Aanaa Waacillee, Grocers, Wachile, Borana, Ethiopia, Wach'ile.

Duullii talaallii Beeyladaa jalqabame jira.Waxabajjii 18/2016 WaacilleeπŸ™GBB Aanaa Waacilleetti Duullii talaallii Waggaa ...
26/06/2024

Duullii talaallii Beeyladaa jalqabame jira.
Waxabajjii 18/2016 Waacillee
πŸ™GBB Aanaa Waacilleetti Duullii talaallii Waggaa kan beeyladootaa waxabajjii 18/2016 jalqabamee jira.
βœ… Akkaa Aanaa keennaatti Deeggarsa Dhaabbata Mit Mootuummaa VSF Germanitiin talaalliin gosa gargaraa kan akka: Sombeessa, Sillisaa Loonii, Sillisaa Hoolaa, Talaallii Kottee Duudaa(AHS) fi Talaallii Saree kennamsa jira.
βœ… Talaallii kan irraatti Beeyladi Baay'een ni talaalama jedhamee eegama.
πŸ‘‰ Bu'aa Oomisha beeyladaa dabaluuf talaalliin beeyladaa kennamuun murteessaadha, talaallii kan irraa bu'aan baay'een kan akka dhibee irraa ittifamuu beeyladaa, Oomishaa fi Oomishtummaan beeyladaa dabaluu, gabaa gidduu galeessaaf horiin dhiyaatu gabaayaa argachuu fkk ni argama jedhamee eegama.
πŸπŸ‚ Walumaagalaatti akka Aanaa Waacilleetti beeyladii 391,211 Waggaa kana keessa talaallii ni argata. Kun immoo baay'ee xiqqaadha kanaaf xiyyeeffannaan cimtuun Eegumsa beeyladaatiif kennamtee beeyladaa Aanichaa hunda talaalchisuun Oomishaa fi Oomishtummaa beeyladaa darana dabaluun Karoora Tarsimawaa fi misoomawaa biyyittiin qabattee galmaan ni geenna.
πŸ™πŸ“πŸͺπŸ‚πŸ Fayyaa Beeyladaa Eeguun Fayyaa Namaa eeguudha.

Address

Wachile, Borana, Ethiopia
Wach'ile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa Aanaa Waacillee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category