22/11/2023
Guyyaa 12/03/2016
Waajjira Dhimma Dubartootaa fi Daa'imman Godina Booratti B/Buutota waajjiraa fi Ogeeyyii karoora Aanaalee wajjiin
Hojiiwwan
1,Gamaggama hojii Initiative diinagdee dubartoota
2, KPI (Qabxiilee madaallii hojii) irraattii raawwii hojii fi ragaa akkasumas,waliigaltee waliif mallatteessuuf mariin irraatti akka taasifamu ta'e jira.