Kissing Page

Kissing Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kissing Page, Grocers, Addis Abeba, London.

25/08/2022

.
Faayidaa Walqunnamtii Saalaa Yeroo Laguu
=============
➵ Dhukkubbii yeroo laguu ittisa.
➵ Mataa dhukkubbii irraa ni ittisa.
➵ Mukaa'uu, cinqamuu ni balleessa.
➵ Guyyaa laguun turu ni gabaabsa.
➵ Fedhii walqunnamtii saalaa ni kakaasa.
➵ Dhukkubbii yeroo walqunnamtii saalaa ni xiqqeessa.

25/08/2022

.
Mallattoo dubartii jaalalaan qabamtee
==============
➵ Ija babaaftee si ilaaluu:
➵ Dabbasaa gorogoruu:
➵ Quba walii gadi oofuu:
➵ Hidhii jiisuu:
➵ Miila walii gadi oofuu:

25/08/2022

Iddoowwan miira dhiiraa (dubaraaf)
================
➵ Morma
➵ Gateettii
➵ Hidhii
➵ Gurra
➵ Cidhaan
➵ Qaama saalaa
➵ Mataa nafsaala

25/08/2022

.

Akkaataa Ciisichaa yeroo walqunnamtii saalaa
(S*x Position)
==========
➵ Missionary
➵ Do******le
➵ BentOverStanding
➵ FaceOff
➵ TableTop
➵ Upstanding
➵ WomanOnTop

25/08/2022

Maallattoo dubartii dhiira jaalattee
============
➵ Nageenyi kee baay'ee ishii yaaddessa.
➵ Dubartoota biraa faana walitti dhufeenya taasiftu itti hin tolu.
➵ Waan hunda dhiiftee si faana ta'uu barbaaddi.
➵ Yoo yeroo dheeraf sirraa fagaatte ni aarti.
➵ Guyyaa guyyaan si argitu malee itti hin tolu.
➵ Akkatti karoora kee galmaan ga'attutti si gorsiti.
➵ Yeroo hunda hojii kee milkeessuf si duubaa hin dhabamtu.
➵ Siin waan boontuf hundatti si beeksifti.
➵ Warra ishiirra si filatti.

25/08/2022

.
Sadarkaa Walqunnamtii Saalaa
===========
➊ Sadarkaa 1ffaa ➣ Wal kajeeluu
➋ Sadarkaa 2ffaa ➣ Wal ho'isuu
➌ Sadarkaa 3ffaa ➣ Yeroo miira xummuraa
➍ Sadarkaa 4ffaa ➣ Erga xummuramee

25/08/2022

.
NAMA JAALATTU TOKKO
🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁

◈ Faayidaa nama si jaallatu tokoo gaafa inni sirraa adda bahe barta!

◈ Nama dhugaan si jaallatu tokko irraa adda bahuuf sababa hin barbaadiin, gaafa adda baatu ni miidhamta!

◈ NamaNama jaallattu tokko utuu qabduu isa irra dhaabattee kan biraa hin barbaadiin, jaalalli cubbuudhaatii!

◈ Erga nama tokko wajjin sin jaalladha jettee waliif galtee yoonni si gane malee ati isa hin ganiin, atis bor ni ganamtaatii!

◈ Nyaadhuu nyaadhuu gara firakeetti garagalii liqimsi akkuma jedhamu.

◈ Nama jaallattuuf nyaadhu malee isa hin nyaatiin ykn ishee hin nyaatiin!

◈ Jaallatanii hin godooman waaqatu akka fedhetti nama uuma akkuma jedhamu, waan taateef waan kessa jirtitti hin gaddiin carraatu namaaf keennaatii!

◈ Bishaan yaa'aa bulee kan namaaf qabe waraabbatu akkuma jedhamu, kun na darbe sun na darbe jettee hin gaddiin addunyaan iyyuu geengoo waan ta'eef, kana jechuun wanta si darbe deebitee haala biraan ni argatta!

◈ Sa'a abbaan gaafa cabse ormi ija jaamsa akkuma jedhamu, utuu wanti fedhe dhufeeyyuu of hin tuffatiin!

◈ Jaalladhe waanan dhabeef ani lammata hin jaalladhu hin jedhiin! sababni isaa namni tokko yoo madaa'e madaan isaa utuu hin fayyiin waan hin hafneef!

◈ Namni ati jaallattu tokko utuu ati isa jaallattuu sirratti yoo inni nama biraa jaallate , nama sana dhiisi onneen isaa siin waan hin barbaanne kan biraa jaallateetii!

◈ Waan qabaniin gabaa bahu akkuma jedhamu, waan qabdan irratti gammadaa malee isa hin qabneen wal hin ceepha'iinaa!

◈ Qunceen wal gargaartee arba hiiti akkuma jedhamu, waliif galuun wal yoo gargaartan jireenyi baay'ee salphaaf gaariidhaa!

● Jaallatanii dhabuu, hojjetanii kaassaruu irraa isin haa baraaru!
● Kaa'anii dhabuu, bahanii galuu dadhabu irraa isin haa baraaru!
┄┄┉┉✽̶»̶̥💥✿»💥̶̥✽̶┉┉┄┄

25/08/2022

.
Qaamni Saalaa dubaraa akka hin gogneef
===========
➵ Walqunnamtii saalaa yeroo hunda raawwachuu
➵ Yeruma hunda bishaanin qaama saalaa dhiquu
➵ Qubaan yeruma hunda tuttuquu
➵ Bishaani fi dhangalaa'aa addaa addaa baay'inaan dhuguu
➵ Qorichoota ulfa ittisuuf fayyadamnu hir'isuu
➵ Dibata bitanii fayyadamuu

Qashxiyyee
25/08/2022

Qashxiyyee

💛💜🤍
25/08/2022

💛💜🤍

03/04/2022

Address

Addis Abeba
London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kissing Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category