Mohammed Adem

Mohammed Adem Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mohammed Adem, Grocers, Harargee, London.

Dorgommiin keenya ifatti eegaleera!Akkuma beeksisa keenya jalqabaarratti isin hubachiifnee fi waadaa galle, badhaasa wal...
19/05/2024

Dorgommiin keenya ifatti eegaleera!

Akkuma beeksisa keenya jalqabaarratti isin hubachiifnee fi waadaa galle, badhaasa waldorgommii qophaa'e irratti hirmaachuun injifattanii badhaafamtan isiniif qabannee dhufne 1 (tokko) jennee eegalleerra. Itti dhiyaadhaa!

Meeshaalee badhaasaaf qophaa'an;
1.Iphone 15 Pro max
2. Qr. 5,000
3. Qr. 3,000
4. Qr. 2,000

Ulaagaa dorgommichaa;
1.Maxxansa kana 'account facebook' kee jalatti share goota.
2.Ergaa barreeffama armaan gadii kana kan waa'ee "Qubee Electronics" irratti barreeffame kana 'account facebook' kee jalatti garagalchuun (copy paste) gochuun maxxansita/post goota. Sana booda akka hiriyoonnikee react/like siif godhan affeerta. Barreeffamni waa'ee Qubee Electronics ibsu kan ati 'timeline' kee jalatti 'post' gootu kan armaan gadii kana.
Ergichi kunooti;πŸ‘‡

"Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa."

Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551

(Yoo dandeesse ergaa kana caalatti miidhagsii ibsi. Yoo barbaadde barreeffama/ ergaa kana qofas fayyadamuu dandeessa. Garuu irraa hir'isuun hin danda'amu.)

Haala qabxiin kennamu!
1.Maxxansa kee goosisuun qabxii 30% argatta. (Baay'ina share'tiin)
2.Maxxansikee immoo baay'ina react/like 'tiin siif qabama. Isaan immoo 70% argatta.

Dorgommiin kun har'a (dilbata)galgala sa'aatii 2:00 irraa eegalee hanga torbee 1 (dilbata) galgala keessaa sa'aatii 2:00'tti tura. Gaafa wiitataa ganama 6:00'tti injifattoonni ni ifoomu.

Gaafa Roobii badhaafamtoonni qaamaan teessoo Qubee Electronics'tti argamuun badhaasa isaanii fudhatu.

Yeroon suuraa fi sirna badhaasaa ni jiraata.
Dabalataanis, affeerraan

19/05/2024
02/11/2023


Sa'a 24 keessatti ( ) Qonjiitif walitti qabamee jira. Hedduu nama gammachiistu yaa Sabaa.

Dr. Nahom Girum postii fb tokkoon waan raajii hojjatte, galatoomi Obbolee.

Namoota tumsa kana irratti maallaqa arjoomuudhaanii fi yaadaan nuwaliin jirtan hunduu hedduu galatoomaa.

Deeggarsi akkuma itti fufetti jira. Qaqaaliiwwan keenyi haalli isiniif mijatu akka arjoomtan gamanumaan isin yaadachiisna.

Waaqayyo baga ishee gargaare, nutis mikoofne!

02/11/2023


πŸ˜­πŸ™†πŸ½β€β™‚οΈ
Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Machaaraa-Miicataatti, balaa ibiddaa konkolaataa irratti uumameen konkolaataan IZUZU tokko barbadaa'e.

Konkolaataan kun gubachuu kan eegale naannoo bufata raabsaa boba'aatti yoo ta'u, Dargaggoo Jaak Haarun konkolaataa ibiddi itti qabate kana magaalaa keessaa baasuun gaaga'ama lubbuu namootaa fi qabeenya irra ga'uu danda'u hanbisee jira.

Balaa kanaan miidhaan lubbuu namaa irra kan hin dhaqqabne yoo ta'u, sababni ka'uumsa balaa kana hanga ammaa hin beekkamne.

Namni live deggaru hundi nama fayyaa qabuudha
06/10/2023

Namni live deggaru hundi nama fayyaa qabuudha

29/09/2023

What a shortlist! πŸ‘‘

But who will make the final three? Get voting across our social media channels! πŸ—³οΈ

The social media vote accounts for one-quarter of the vote and the finalists will be announced next week! πŸ₯

Address

Harargee
London

Telephone

+251915880521

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Adem posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohammed Adem:

Shortcuts

Share

Category