Irbuu Shinniggaa

Irbuu Shinniggaa OLA the greatest!

21/02/2024

Qabsoon Baabura!

Deemsi gara Finfinneetti taasifamu itti fufee jira.💪💪💪
05/02/2024

Deemsi gara Finfinneetti taasifamu itti fufee jira.💪💪💪

02/02/2024

Teessoon Impaayeraa kan taate Finfinneen raafama jabaa keessa galteetti sababa uggura kanaan!

02/02/2024

Guraandhala 2 /2024 sa'a 12:00 irraa Labsiin laganna gabaa fi uggurri geejibaa
Marsaa 2ffaaf turee banameera!

Ugura jalattii kan hafee sirriitti hubadhaa!!

* midhaan dheedhii
* loon ykn Saawwa
* Re'ee fi Hoolaa
* Bunaa
Warreen kun uggura jala jiraachuu isaa ykn finfinnee seenuun dhorkaadha!
Voice jl shurube

👇👇👇💪💪
01/02/2024

👇👇👇💪💪

31/01/2024

Konkolaataa uggura cabse irratti waan gahe osoo beektuu uggara cabsuun aarsaa jabaa si baasisa!

"Himan didduun du'a hin diddu"
30/01/2024

"Himan didduun du'a hin diddu"

29/01/2024

Tullu Boollotti konkolaatan uggura cabsite 4 waadamaa jirti.

28/01/2024

Daandii dhagaan cufuu irraa gara Qawween cufuutti ce'ameera!
PPn yaaddoo kufaatii jabaa keessa jirti. Itti muddi!

28/01/2024

Uggurri Geejjibaa marsaa lammaffaan har'a sa'aatii 12:00 irraa kaasee eegala.
Namoonni uggura kana cabsuun konkolaata sochoostan rakkoo isinirra gahuuf isinuma mataa keessantu gaafatama!👌👌👌

25/01/2024

Gatiin gootota kaleessaa gootota har'an baati!

19/01/2024

Oromiyaan Biyya❤💚❤

❤❤❤
17/01/2024

❤❤❤

17/01/2024

Irbuun jaallan kaleessaa har'a dhaloota of ta'ee eenyummaa isaaf falmu biqilche!

❤💚❤
17/01/2024

❤💚❤

Address

America
London
ZIP

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Irbuu Shinniggaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Irbuu Shinniggaa:

Share

Category