Sabboontu

Sabboontu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sabboontu, Grocers, Kombalcha, London.

Jimaan Qabeenya oromo fi oromiyaati πŸ₯°πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ™‚πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ’šπŸ’šπŸ’―πŸ’―πŸ¦·πŸ¦·πŸ¦·
01/12/2022

Jimaan Qabeenya oromo fi oromiyaati πŸ₯°πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ˜˜πŸ™‚πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ’šπŸ’šπŸ’―πŸ’―πŸ¦·πŸ¦·πŸ¦·

01/12/2022

Jimaan Qabeenya oromo fi oromiyaati πŸ₯°

IRRA DEEBIIβ€πŸ’šβ€πŸ’ͺDuraan dursee Salaamtaan too tan jaalalaa fi kabajaa onne kiyyarraa isiniif haa jiraattun isiniin ja'aaπŸ™J...
01/12/2022

IRRA DEEBIIβ€πŸ’šβ€πŸ’ͺ

Duraan dursee Salaamtaan too tan jaalalaa fi kabajaa onne kiyyarraa isiniif haa jiraattun isiniin ja'aaπŸ™

Jirra jirtuu ilmaan oromoo hundi keessan bakkuma jirtanitti nageenyi koo kana jaalalaa isiniif haa ta'uu jecha eegaa akkuma beekamuu anaa fi Liy_familyn karaa fuula media Tiktok in geebi guddaa qopheessinee turree haa ta'uu ga akkuma jennetti guyyaa halkan edaa akka biyyatti sa'aa 4:pm tti wajjiin taphannee turree...
Akkuma taphataa turretti intalti habasha tun hordoftoonni isii waan baayyateen isii na caale turee sana booda miira keessa seenen Moo'amnee natti fakkaate hedduun rifadhee akkasitti hin hafnee....
Sabbii oromoo koo eessa badee jedheen yaadda'aan turee hagasuma jiddu sabnii koo galaanni mataan duraa yaa'uu eegalee achiin anaa fi Liya_family taphachuu itti fufnee darbiinsi isiin yeroo duraa na darbitee abjuu ta'ee hafee akkuma girrisaa jedhamtee beekkamtutti girrrr jechaa girrr natti goote achiin havashoonni baaragee akka malee rifatee ijoollen Oromia jiraatanii fi Biyya Saudi Jiraatan tap tap 81kka galchanii✊✊ haboshoonni moo'amnee yeroo arku fiiga kotanii..🦢🦢πŸ’ͺ
Injifannoon galleeπŸ’ͺ

Yoomillee Injifannoon kan ummata orimootiβ€πŸ’šβ€βœŠπŸ’ͺ
badhaasni ummata oromoo guutu Addunyaa 🌎 irraa naaf kennamee hundaa isaa as jala isiniif kaa'en jiraa..!
Teessan olumaa hammana naaf gumaachu keessaniif galanni koo dacha dachaadha sabaa kooπŸ™πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
is.gd/OJEIFR
is.gd/OJEIFR

Namni hin beekne ni jiraam❀❀
27/11/2022

Namni hin beekne ni jiraam❀❀

Namni Dhugaan na jaalatan  if naa qaba rabbi jechaaβ£οΈβ£οΈβ€οΈβ€πŸ©Ήβ€οΈβ€πŸ©Ήβ€οΈβ€πŸ©ΉπŸ’―πŸ’―πŸ«‚πŸ«‚πŸ‘¬πŸ‘¬
27/11/2022

Namni Dhugaan na jaalatan if naa qaba rabbi jechaaβ£οΈβ£οΈβ€οΈβ€πŸ©Ήβ€οΈβ€πŸ©Ήβ€οΈβ€πŸ©ΉπŸ’―πŸ’―πŸ«‚πŸ«‚πŸ‘¬πŸ‘¬

Maaltu isinitti muulata
24/11/2022

Maaltu isinitti muulata

24/11/2022

Today picture fantastic😘😘😘😘😘😘

Gaafii Salphaa Kana Namni Deebise 3 Badhaasa Kaardii Abbaa 300 Qaba. Namichaatu Suuqii Dhaqee Abbaa Suuqii Jalaa Qarshii...
24/11/2022

Gaafii Salphaa Kana Namni Deebise 3 Badhaasa Kaardii Abbaa 300 Qaba.

Namichaatu Suuqii Dhaqee Abbaa Suuqii Jalaa Qarshii 200 Hate. Deebisee Suuquma Sana Irraa Qarshii 200 Itti Kennee Meeshaa Qarshii 150 Fudhate. Abbaan Suuqiitiis Meeshaa Kenneefii Qarshii 50 Deebiseef. Abbaan Suuqii Qarshii Meeqa Kasaare?

Iddoon Deebisaan Itti Kennamu Comment irra Otoo Hin Taane Link Kana Qofa Keessattidha πŸ‘‰ https://channel9.bbcko.com/gaafii-badhaasa-qabuuf-deebisaa-kennuuf/

Address

Kombalcha
London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabboontu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category