Ija Qarsaa

Ija Qarsaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ija Qarsaa, Grocers, London.

"Hojiin kunuunsa biyyoofi bishaanii hawaasni Harargee Bahaa hojjate fakkeenyummaa kan qabudha." Obbo Tamasgeen Xuruanah....
16/05/2026

"Hojiin kunuunsa biyyoofi bishaanii hawaasni Harargee Bahaa hojjate fakkeenyummaa kan qabudha." Obbo Tamasgeen Xuruanah.

'
Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunah, hojii kunuunsa biyyoofi bishaanii Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaa, Gaara Jabeen irratti hojjatame daawwatan.

Daawwannaa kanarratti Ministira Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xuruanah, Ministira Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa dabalatee qondaaltoonni Olaanoon Federaalaafi Naannoo Oromiyaa argamanii jiru.

Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunah, hawaasni Harargee hojii kunuunsa qabeeenya uumamaa hojjateen, uumamni iddootti deebi'ee argutti akka gammadan dubbatan.

Obbo Tamasgeen, muuxannoon kunuunsa qabeenya uumamaa ummanni Harargee Bahaa qabu, Magaalaa Finfinnee dabalatee guutuu biyyaatti babal'achaa jiraachuu himuun, hojiin eegalame cimee itti fufuu qabaa dhaaman.

16/05/2026
15/05/2026

Filannoo Nagaa, Dimokratawaa fi Haqa-qabeessaaf Qophiin Xumurameera! 🇪🇹
Guddinni dimokiraasii biyya keenyaa kan mirkanaa’u hirmaannaa fi murtoo keenyaani. Sagaleen hunda keenyaa boruuf murteessaadha!

15/05/2026

*Itoophiyaa gara Biyya Fakkeenyummaatti!*
Sosochii Duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa
Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!

Address

London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ija Qarsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category