PRO/Bikila mosisa page

PRO/Bikila mosisa page bikila

“Dubartoonni baay'ee sodaatanii lafa ilaalan; namoonni sun immoo, "Isa jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaaddu?”  ...
17/04/2023

“Dubartoonni baay'ee sodaatanii lafa ilaalan; namoonni sun immoo, "Isa jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaaddu?”
— Luq. 24:5

07/10/2022

Uma. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
² lafti bifa hin qabu, onaas ture; callabboo gad fagoo irra dukkanatu ture, hafuurri Waaqayyoos bishaan irra in sosocho'a ture.
³ Waaqayyo, "Ifni haa ta'u!" jedhe; ifnis in ta'e.
⁴ Waaqayyo ifichi gaarii akka ta'e in arge; ifichas dukkanichattii gargar in baase.
⁵ Waaqayyo ificha "Guyyaa", dukkanichas "Halkan" jedhee in moggaase; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa tokkoffaa dha.
⁶ Waaqayyo, "Bishaan keessatti bantiin akka waciitii gombifame tokko haa ta'u, innis bishaan isa ol hafee fi isa gad hafe gargar haa baasu!" jedhe.
⁷ Waaqayyo bantii akka waciitii kana itti godhe, bishaan bantii kanaa gad jiru bishaan bantii kanaa ol jiruttii gargar in baase; akkasumas in ta'e.
⁸ Waaqayyo bantii sana "Waaqa" jedhee in moggaase; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa lammaffaa dha.
⁹ Waaqayyo, "Bishaanonni bantii waaqaa kanaa gad jiran iddoo tokkotti walitti haa qabaman, lafti inni bishaan irra hin ciifne haa mul'atu!" jedhe; akkasumas in ta'e.

Address

Oroyia
Nanga Litau

Telephone

+251931027548

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when PRO/Bikila mosisa page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category