22/06/2023
Mee alhamdulillaah jedha
Harka ofiitiin muka soqatanii tolfatanii
Gabbaruu rabbiin najaa nubaase
1 ffa rabbi hin dhalataa
2 ffa hin duàa
3 ffa guyyaa 3 qabrii kesa bulee fayyaa
4 ffa rabbiin humna qabu harka namaatin nirukutamaa nifannifamaa
5 ffa maaliif ofirraa dhowwuu dadhabe gaafas hinno rabbi
6 ffa ilmoo qabaaa
Silaa ilmootti haajomee tokko qofatti maal godha hin baayyifatuu
7 ffa iyyesuusif waaqni tokko jedhama garuu jarri nama 2 abbaaf ilma jettu
Gaaf gariimoo waaqni 1 jettu
Barreffamee hin dhumuu rabbi karaa islaaminnaa karaa rabbiin 1 male hin jiru jedhu rabbi isin hafidu
wallaahi wallaalinni rakkodha
Ayi maal isinif godhu ofii kooti isinif islaamaù