AmenJamael

AmenJamael Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from AmenJamael, Grocers, Riyadh.

Ajaibaa jetaa waan tokko tokkofi namoota tokko tokko guyaa tokko tokko  dhugaan jirtuu taanumaa  yoomii dhugaa bakka arg...
24/10/2024

Ajaibaa jetaa waan tokko tokkofi namoota tokko tokko guyaa tokko tokko dhugaan jirtuu taanumaa yoomii dhugaa bakka argitaanim ni sobaa ilmi nama ni fakkeesaa maalee kkkkkkk

Annii dabaarsii jedhamnaan dabaarse aboo ijaan argii hojiitti hikii jechuu kootti
19/09/2024

Annii dabaarsii jedhamnaan dabaarse aboo ijaan argii hojiitti hikii jechuu kootti

690 likes, 30 comments. Check out ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡นโœˆ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ชโ€™s post.

02/09/2024

Watch, follow, and discover more trending content.

Maaf gaaruu milaa fageefatemilkii teenyaa
11/08/2024

Maaf gaaruu milaa fageefatemilkii teenyaa

.and.me453 154 Followers, 430 Following, 134 Likes - Watch awesome short videos created by me and me

Haqaa dhabneef ni dhukkubsaana Ni yaadoofnaaNi barbaadnaaNi obsiinaa rabbiiraattiGaaruu waraa haqaa keenyaa nuu dhoysaan...
14/12/2023

Haqaa dhabneef ni dhukkubsaana
Ni yaadoofnaa
Ni barbaadnaa
Ni obsiinaa rabbiiraatti
Gaaruu waraa haqaa keenyaa nuu dhoysaaniif guyyaan akka dhiheetti waa hin haafuu haqnii afaan baasee, ijaabaasee, miilaan
Deeme duubaata Abshiir waari haqaa keessaanif yeeroo kaamuu
Dhukkubsaatuu huundaayuu raabbiitu gubaa

06/12/2023

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

Waay rakkoo biyaa koo sirkaa
06/12/2023

Waay rakkoo biyaa koo sirkaa

Check out Amichuu kichuu Tiyaa Waalif's video.

06/12/2023
05/12/2023

Check out Amichuu kichuu Tiyaa Waalif's video.

05/12/2023

Godina Arsii Aanaalee garaagaraa keessatti waraanni mootummaa sakatta'a Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun ajjeechaa, hidhaafi qabeenya mancaasaa akka jiru jiraattonni himan.

Aanaa Roobee Diida'aa magaalaa Hindatoo keessatti humnoonni mootummaa qabata WBO jedhuun ummata dararaa jiraachuu OMNtti himaniiru jiraattonni.

Muddee 02, 2023 bulchaa magaalaa Hindatoo kan ta'e Nashaa Kadiir nama jedhamu qabata Waraana Bilisummaa Oromoo waliin qabda jedhuun magaalaa keessatti waraana mootummaatiin ajjeefame jedhu maddeen OMN.

Gandoota akka Qaakko Adda Jaboo, Waltayii, Dambal Qilliisaa keessatti waraanni mootummaa ummata rakkisaa jiraachuu maddeen OMNtti himan.

Address

Riyadh

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when AmenJamael posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category