Madda Jireenyaa ข้อมูลติดต่อ แผนที่และเส้นทาง แบบฟอร์มติดต่อ เวลาทำการ บริการ คะแนนรีวิว รูปภาพ วิดีโอ และข่าวสารจาก Madda Jireenyaa, ร้านขายของชำ, Bangkok

 ====================================Nuubiyaa Abdallaa jedhamti Nuubiyaan Daa'ima Waggaa 4 yoo taatu .Abbaa Isii Abdalla...
05/10/2026


====================================
Nuubiyaa Abdallaa jedhamti Nuubiyaan Daa'ima Waggaa 4 yoo taatu .Abbaa Isii Abdallaa Aadam yuuyyaa fi Haadha isii Urjii jamaal jibraa'il irraa bara 2014 Magaalaa baabbileetti kan dhalatte .

Iddoo Dhaloota Abbaa Daa'imichaa Aanaa Baabbilee Magaalaa Bisodimoo yoo taatu Iddoon Dhaloota Haadhaa immoo Aanaa Miidhagaa Tolaati

Daa'imni Kuni Uumamaan Onnee Hirruutiin Dhalatee yeroo Ammaa Dhukkuba Onneen Rakkachaa fi dhukkubsachaa jira.

Haadhaa fi Abbaa Daa'imichaa qofa osoo hin taane Maatiin Haadhaa fi Abbaa Daa'imichaallen yaala Daa'ima kanaatiif Waggoottan 4'ran Umrii daa'ima kanaa Kophaa isaaniiQabeenya Waan qaban fixatanii Deeggarsatti Haajamuun Rakkachaati jiru.

Daa'imni Kuni yeroo Ammaa Hospitaala jedhamu kan finfinneetti Argamutti Tajaajila Ol'aanaa Baqaqsanii Sirreessuu yaalii Onnee Argatuu Akka qabu Maatiin Daa'imichaa ogeessaan fayyaan Ajajamanii Baasii tajaajila kanaaf isaan barbaachisu -3 gaafatamanii Waan Harkaa Dhabaniif Waan qabdaniin Akka deeggartan isin gaafanna//


jettanii Hin tuffatinaa Waan qabdan Ergaafi Cinaa dhaabbadhaa

CBE :1000225342834 :Abdallaa Aadam yuuyyaa
: 1071327891911:Abdallaa Aadam
:1001869330001 Abdallaa Aadam
Ebirr: 0934058664: Abdallaa Aadam.
'aa_Nama10'niif fuunfata jedhama

Moosaajii OICCMS(Oromia integrated Court Case Management system) irratti Leenjiin kenname !!●●●●●★●●●●●Mana Murtii Aanaa...
23/09/2026

Moosaajii OICCMS(Oromia integrated Court Case Management system) irratti Leenjiin kenname !!
●●●●●★●●●●●
Mana Murtii Aanaa Haramaayaatti guyyaa har'aa Fulbaana 13/2019 Moosaajii Sirna Qindaawa Dhimmootaa (OICCMS) irratti Pirisdaantii Mana Murtichaa kan ta'an Kab/Obbo Naasir Abdullaahiitiin Leenjiin Hawaasa Mana Murtichaaf kennamaa oole.
Kaayyoon Moosaajii kanaas Tajaajila abbaa seerummaa Manneen Murtii gara waraqa maleessaatti(paperless/Virtual Court) kan ceesisu ta'uu fi haala walfakkaataa ta'een Manneen Murtii Oromiyaa guutuu keessatti hojii irra oolchuuf kan qophaa'ee fi giddugala tokko irraa hogganamuudha.
Leenjiin kuniis qabiyyee fi haala adeemsa Moosaajii kanaa irratti hubannoon erga uumameen booda bifa shaakalaatiin leenjiin kennamuun manattiis hawaasni manichaa akka shaakalan kallattiin kaa'amuun milkaa'inaan goolabameera.
●●●●●★●●●●●
Ful.13/2019
Haramaayaa

23/09/2026

Haqaa keenyaaf Mormaa keenyaa kennina!
uummanni orommoo haqaa eenyuu hin barbaaduu haqaa sabaa keenyaaf immoo waan qabnu hundaa kennina.


23/09/2026

Gantummaa shanee,diinota oromoo ajjeesan turan wajjiin walii galttee hojjechaa jirtti
Diinota keenyas duriis gantoota kanas balaalefachuun dirqama keenya

23/09/2026

Dhiigaa fi madda kaleessa saba keenya irratti dhangala'e dagatanii, warra dhiiga sana dhangalaase waliin hiriiruun gantummaa seenaati.


Saangoota TPLF Ittiin Qotu: Shanee fi FaanooHumnoonni akka Shanee fi Faanoo ergama mataa isaanii qabaatanii utuu hin taa...
23/09/2026

Saangoota TPLF Ittiin Qotu: Shanee fi Faanoo
Humnoonni akka Shanee fi Faanoo ergama mataa isaanii qabaatanii utuu hin taane, TPLF ajandaa diinota biyyattii (fakkeenyaaf Shaabiyaa fi Eejjipt) irraa fudhatee saangoota kana lamaanitti fayyadamaa jira. Lamaan isaaniiyyuu miidhaa geessisaa jiranis, duuba isaaniitti tarsiimoon Itoophiyaa diiguu kan TPLF fi diinota biroo akkaa jiruhubachuun barbaachisaadha.

23/09/2026

የወያኔ የ27 ዓመታት ጨለማ ሥርዓት በኦሮሞ ሕዝብ ላይ የፈጸመው መዋቅራዊ በደል፣ የተዘረፈው ለም መሬት፣ እና በግፍ የጠፉት የዜጎች ሕይወት ከታሪክ ማህደር ፈጽሞ ሊሰረዙ አይችሉም። በወረቀት ላይ የሰፈረው የውሸት ዴሞክራሲ ማስተንፈሻ በስተጀርባ የነበረው ግድያና የሰብዓዊ ክብር ገፈፋ ዛሬም በውል ይታወሳል። የጀግኖች መስዋዕትነት ከንቱ አልቀረም፤ የነፃነት ፋናችንም ዛሬም እንደበራ ይኖራል! ✊🇪🇹

ที่อยู่

Bangkok

เว็บไซต์

แจ้งเตือน

เป็นคนแรกที่รู้ข่าว: เราจะส่งอีเมลแจ้งเมื่อ Madda Jireenyaa โพสต์ข่าวสารและโปรโมชั่น อีเมลของคุณจะไม่ถูกนำไปใช้เพื่อวัตถุประสงค์อื่น และคุณสามารถยกเลิกการรับข่าวสารได้ทุกเมื่อ

ทางลัด

แชร์

หมวดหมู่