31/03/2026
Dabaa jiruu yaa sirreessiinu
Bulchaan Kun Akkuma kee Oromoodha,sabboonadha ,dhalaa qaba, dhugaaf hojjeta.maalif Gara peeji beekamti qabuun ergaa sobaa dabarsitanii,maqaa balleessitu. Akkuma wallagga Baha finxaalessi jiru Salaales finxaalessi jira.kaayyoon finxaalessa immoo beeka fi haayyota Oromoo dhiiga dhangalaasudha. Obboo Abbaban Hagan beekutti sabboona fi beeka Aanaan qimbibit argatteedha. Amma immoo beekumsa qabuun Aanaa Alaltuuti Ummata isaa Tajaajila jira.Hiriyaan keenya dheengadda Ardaa yeefootti harkaa diinatti wareegame nama jabaadha.nama osoo Ummata isaa Tajaajilu wareegame . Finxaalessi Aanaa San jiruu hirmaanna Oromoota mara barbaada balleessuf,waan nama tokko hin qabu. Haqni Nama kana maqaa balleessutaniif immoo hojjettoota dirreeti( barsiisota ,ogeessa qonnaa fi kan biroo) sabaaba taate dheengadda achitti ta'ee jettani achii deemne hin hojjennu jettu. qa'ee Oromoo salphumatti gadi lakkisuun jira moo??
Haga bulchaan Ol si ergina jettu deemte finxaalessa tokko oli hin ergituu.maaltu Gara karaa deeman dhaamsa dhamaatu dhaammattu?.Anatuu siif beekan nama sin gootu