mu aaz Naaji Offecel

mu aaz Naaji Offecel Ethiopia

05/30/2026

Badhaasa Daimend Ethiopia 🇪🇹  argatte  Sababa Sirna Hajji 🕋 bara kanaa haala gaariin xumurteef Hojjannaan akkaana Dr.Moh...
05/30/2026

Badhaasa Daimend Ethiopia 🇪🇹 argatte
Sababa Sirna Hajji 🕋 bara kanaa haala gaariin xumurteef
Hojjannaan akkaana
Dr.Mohammed Salih 🫡 Allaahu Akbar 🥰🥰🥰💥

Ammallee oluma Dr Muhammed Salih.Bara kana waan bareedaa hojjatte bara dhufu immoo kan caalu sirraa eegna.Rabbi si haa g...
05/29/2026

Ammallee oluma Dr Muhammed Salih.
Bara kana waan bareedaa hojjatte bara dhufu immoo kan caalu sirraa eegna.
Rabbi si haa gargaaru. 🫡🕋💥
🥰🥰💥

Halkan Jum'ati Ergamaa  Rabbii Nabi Muhammadﷺ 𝐈rratti Salawaata Buusuu Baay'isaa❣️🕋🥰🥰💥
05/28/2026

Halkan Jum'ati Ergamaa Rabbii Nabi Muhammadﷺ 𝐈rratti Salawaata Buusuu Baay'isaa❣️🕋🥰🥰💥

05/28/2026

Eid mubarak 🥰🥰🥰
🕋💥

05/27/2026

Eid Mubarak

Gammachuu guyyaa arafaa har’aa maaliin ibsita yoo naan jettan kunooti! Maal akkam namatti tolu? Maal mahabbaan, wal kaba...
05/26/2026

Gammachuu guyyaa arafaa har’aa maaliin ibsita yoo naan jettan kunooti! Maal akkam namatti tolu? Maal mahabbaan, wal kabajuun akkana bareedu🥰

Boru guyyaa arafa dhaabbatamu, guyyaa rabbiin gabroota isaatiin malaa'ikatti dhaadatu, guyyaa araarri rahmaan keessa baa...
05/25/2026

Boru guyyaa arafa dhaabbatamu, guyyaa rabbiin gabroota isaatiin malaa'ikatti dhaadatu, guyyaa araarri rahmaan keessa baay'atu, guyyaa guddaafii xuqqaan, hiyyeesaafii dureessi, hoogganaafi hoogganamaan keessa bakka tokko dhaabbatee rahmata rabbii kajeelu.
Yaa allaah!

Irra caalaa guyyootaa keessaa guyyaan jummaa durumaanuu caalaa  torbaaniiti kanaafuuNabiyyii irratti ﷺ salawaata muslimt...
05/22/2026

Irra caalaa guyyootaa keessaa guyyaan jummaa durumaanuu caalaa torbaaniiti kanaafuu

Nabiyyii irratti ﷺ salawaata muslimtootaa fi ofii keessaniifiis du'aa'ii hin dagatinaa. 🕋🕋🕋🕋🥰🥰🥰🥰🥰🥰💥💥💥💥

Maashaa allaah Mabruuk Alfa Mabruuk   🥰💥
05/22/2026

Maashaa allaah Mabruuk Alfa Mabruuk
🥰💥

Address

Ethiopia
Jim Thorpe, PA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when mu aaz Naaji Offecel posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to mu aaz Naaji Offecel:

Share

Category