Mite Degefa Aga

Mite Degefa Aga Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mite Degefa Aga, Grocers, Jimma, Los Angeles, CA.

Jaal Shurrubbeen garam deeme ? Jaal Shurrubbee hooggantoota Abo Shanee keessa isaa tokko kan turee yoo ta'uu yeroo baay'...
04/19/2024

Jaal Shurrubbeen garam deeme ?

Jaal Shurrubbee hooggantoota Abo Shanee keessa isaa tokko kan turee yoo ta'uu yeroo baay'ee Jaal Maroo wajjiin walitti bu'uun beekamaa . Tibba kana yaada kenneen lubbuu isaaf akka sodaatu kan dubbatee yoo ta'uu Jaal Maroonis hooggansa Abo Shanee irratti akka abdii kutatee dubbatee turee .

Jaal Shurrubbeen badeera . Garagarummaan Jaal Maroo fi Shurubbee waan bal'ateef baqatee akka deeme beekameera . Jaal Shurrubbeen eegdota isaa malee kan badee yoo ta'u ,eegdonni isaa karaa nagaan mootummaatti harkaa kennataniiru .
❌❌❌

07/27/2023

Address

Jimma
Los Angeles, CA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mite Degefa Aga posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category